Feysale Ibrahim Peji

Feysale Ibrahim Peji 0583166470 0597126632

Permanently closed.
02/24/2024

Yaa nama dhugaan rakkatee jiru
Osoo oltee hin bulle
RABBIIN ammumatti sihaa furu

12/23/2023

..Ani akka ati sammuu hin qabu. Garuu nan barbaada...
Obboleessa yoo hiyyeessa dhalatte dogongora kee miti garuu yoo hiyyeessa duute dogongora keeti
Ani hin dagadhu As...wr.....wb

05/27/2022
ED MUBARAK  BAGA ittin nugahe warra barana kan bara heddu nuha godhu
05/02/2022

ED MUBARAK BAGA ittin nugahe warra barana kan bara heddu nuha godhu

04/18/2022

Jaarraa 21ffaa, bara teeknooloojii kana keessa odeeffannoo teeknooloojii afaan ofiin argachuun hedduu nama gammachiisa. Maarree isinis chaanaalii dhimmoota teeknooloojiin walqabatan irratti odeeffannoowwan barsiisoo ta'an keennuun beekamuu ta'uun addunyaa waliin haa tarkaanfannu isiniin jenna.

07/31/2021

Shamara Nu jaalanne tokko akkamiin jaalala qabsiifna?
Akka nu jaalattehoo akkamiin beekna?
Jechoota jaalalaa maalfaa jennee gammachiisna?
Shamarrri tokko yoo maal gooneef nutti gammaddi?

Address

12345
Schenectady, NY
12345

Telephone

+966597126632

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Feysale Ibrahim Peji posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share