Dheebuu Jaalala

Dheebuu Jaalala economic
(2)

09/07/2025

Yaa Rabbi akka keenya hin Laalinii
Uumama keetiif Rahmata godhi

08/02/2025
Irra,fayyadama
02/17/2024

Irra,fayyadama

01/06/2023

Gorsaa !
Waa Sadii Waa Sadi Nyaata
1. Aariin Umurii Nyaata
2 Taa'umsi Uffata Nyaata
3 Sobni Hiriya Nyaata
Dubbi Waa Sadii Waa Sadiin Fixan
1 Dubbii Beekaa Ibsuudhaan Fixan
2 Dubbi Gowwaa Dhoksanii Fixan
3 Dubbi Lugnaa Soodachisuun Fixan
Waa sadi waa sadif jalladhu
1 Aadaan kee eenyuummaa kettii
2 Afaan kee mallattoo kettii
3 sabni kee dhiiga kettii jalladhu
Waan Sadi Kabajii
1 Maanguddo
2 Amantii
3 Jaalala
Waan Sadi Jibbi
1 Waraana
2 Tufii
3 Kijibaa
Waa sadi waa sadi sitti hin fakkati
1 dubbachuun bekkumsa
2 obsuun wallaalummaa
3 nama kabajuun sodaa
sittii hin fakkaatin
Waa sadi waa sadi hin se'in
1 nama beektu hunda fira kee
2 kaan siin lolu hunda diina kee
3 Badiirraa kan si dhoorkuu
Hammeenya hin se'in
Waa sadi hin Hawiin
1 Bokokni quufa mitii
2 Abaarsi eebaa mitii
3 summiin qoricha mitii hin hawiin
Nama sadi waa sadi jettee hin Tilmaamin
1 nama kolfu hunda gammada
2 nama dureessa hunda arjaa
3 nama dhabaa hunda doqna jette hin
Tilmaamin
Waa sadi hubattu malee hin seenin
1 dubbii keessa hin beekne
2 Bishaan gad fageenya isaa hin beekne
3 Imala daandii isaa hin beekne hin seenin
Gorsaa
---------------
Waa. 3 dhisuu qabdaa
1 abdii kutachuu
2 badii hojjechuu
3 nama tuffachuu
~waan dubbistaniif galatoomaa
Fuulota Kiyya Kana Xiiqiidhaan Naaf follow sher
Follow godhaa

Oromummaan bar miidhagumaadha.
07/26/2022

Oromummaan bar miidhagumaadha.

Akkam bultan ummata milkii
07/26/2022

Akkam bultan ummata milkii

Address

Minneapolis, MN
55415

Telephone

+251965379395

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dheebuu Jaalala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share