Kalid Raad

Kalid Raad Kalid rashad

Undefined property: Phalcon\Config::$MediaDotNet
Trying to get property 'desktop' of non-object
Trying to get property 'details' of non-object
Trying to get property 'top' of non-object
" style="height:90px">
16/06/2020
14/04/2020

Kalid rashad

08/04/2020

Namni waa shan (5) qalbii isa
kessatti argamtee milkawee jedhan
Rassulli Rabbi (SAW) dubisii # share
Godhii Risalaa xiqoo jetee tufatin
barnotaa heduu kessaa jiraa jzk

① Laa Ilaaha ha illallah
yadachuu sa'aa sa'atti.

② Hoggaa cinqiin si xuyxee inna
lillahii wa inna ileey raji'uun jechu.

③ Yeroo RABBIIN Ni'iima siif
godhe
Alhamaduliilah jechu.

④ waan takka hoggaa egaltuu
bismillaahi jechuu.

⑤ hoggaa diliin sirratti
argamtee
Astaghfirullaah wa'atub ileeyk
jechu.
-Yaa Rabbii haala kana hunda nuf
kenni warra milkaayuu nu godhi.
Amiiiiiiiiiiiiiin

Halkan Leylatul Qadrii Halkan Kami
Nibeeytaa ?
Yaa Rabbi Nama Ofiifiis Dubbisee
hiriyoota saatiif Share godhe
Cufa Halkan Sana Qunnamsiisi..
Leeylatul-qadri Jachii Ja'u kun
Afaan Arabaa Yoo Tahu
Afaan Oromoo tti Akka Armaan
Gadii tti Hiikkama.

1. Halkan Sadarkaa (darajaa) Qabu.
2. Halkan Rabbiin Hojii Waggaa san
keysatti Hojjatamuuf Taa'u
Isa keeysa Murteeysu.
3. Halkan Ji'a 1000 (waggaa 84 Irra
caalu)..
LQ:: Halkan kun Ramadaana keeysa
Jira Jechuu Malee Halkan
Kam Akka Tahe Hin Beekkamu.
Garuu Rasuul S.A.W Ramadan
Irraa kurnan Dhumaa keeysa
Akka Jiru Nuuf Himee Jira.
Kurnan Dhumaa Irraahiis Halkan
Qarii (Witrii) Akka Tahe
Ni beekkama.
Jechuunis Halkan :- 21, 23, 25, 27,
fi 29 Kana keeysaa halkan
Tokko taha.
Halkan Leylatul Qadrii Kun
Sadarkaa Baay'ee Qaba. SAN
KEYSAA ..
1. Halkan Rabbiin S.W ummata
Nabi Muhammad S.A.W
badhaase Tahuu Isaati
2. Halkan tokko Kan Waggaa 84
Caalu
3. Halkan Jibriil Dabalatee
Malaa'ikoonni Baay'een Isa Keessaa
Gara Dachii Bu'u.
4. Halkan Namni Isa keeysa Rabbi
kadhate Kadhaan Isaa
Cufti Qeebalamtuuf.
5. Akka walii Galaatti Halkan
Halkan Cufa Caalu.
Halkan kana waan baay'eetu halkan
biroorraa Adda taasisa,
SAN KEEYSAA :-
- Namni Raka'aa 2 Halkan kana
keeysatti Salaate Akka Nama
Waggaa 84 Salaatee ti.
- Namni Qarshi 2 sadaqate Akka
Nama waggaa 84 Guutuu
Sadaqatee ti.
- Namni Halkan San keeysa Salaata
Halkanii Salaataa Bulee
Akka Nama waggaa 84 Salaataa
buleeti.
- Akka walii Galaatti Ibaadaan
Halkan Sanii Ibaadaa amata 84
tti Qixxooyti...
Halkan Leylatul-qadrii kana keessa
- salaata Sunnaa Baayi'isi
- Quraana Qara'uu Fardeesi
- Sadaqaa kennachuu Jaaladhu.
- waa Hunda Caalaa Rakkataa
Gargaari.
- Lubbuu teetii fi Muslimoota
Cufaaf Du'aa'ii Godhi
Anaa fi Isiniis Warra Halkan San
Qunnamu Rabbi Nu haa
Godhu..
obboleysa / obboleytii tiyya ...
keyrii Guddoo hangana geessu
tana Share Godhuu Hin Dagatin !!
Sababa Ati SHARE gooteen
Obboleysi kee tokko Ha Qunnaamu.!!

Address

Riyadh

Undefined property: Phalcon\Config::$MediaDotNet
Trying to get property 'desktop' of non-object
Trying to get property 'details' of non-object
Trying to get property 'bottom' of non-object
" style="min-height:90px">

Telephone

+966569001258

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kalid Raad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Undefined property: Phalcon\Config::$MediaDotNet
Trying to get property 'desktop' of non-object
Trying to get property 'details' of non-object
Trying to get property 'right' of non-object
">