Yomiyyu Dhugaaf

Yomiyyu Dhugaaf Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yomiyyu Dhugaaf, Shopping & retail, Riyadh.

28/11/2021

Akkam jirtuu joolleen warqituu

20/10/2021

WBOn koo Ha Warruu

Jiraa Jiraa Waan dhufuu Hundaaf Of Qopheesiinee jiraa jeechumafii
26/04/2021

Jiraa Jiraa Waan dhufuu Hundaaf Of Qopheesiinee jiraa jeechumafii

 !Warri dhiheenya kana naannoo  Amaaraatti hiriira gaggeessaa turan " ካሁን በኋላ ሰልፍ ሳይ ሆን ሴይፍ እናነሳለን (ammaan booda hiriira...
26/04/2021

!
Warri dhiheenya kana naannoo Amaaraatti hiriira gaggeessaa turan " ካሁን በኋላ ሰልፍ ሳይ ሆን ሴይፍ እናነሳለን (ammaan booda hiriira oso hin taane Seyfii kaafna) jedhanii dhaadachaa turuun isaanii ni yaadatama. Kuno akkuma dhaadatan Seyfii(gajaraa) lakkoofsi isaa186240 ta'e biyya alaa irraa maqaa nama Daawit Yamane jedhamu kan meeshaa biyya alaa irraa galchuu(import) gochuu irratti hayyama qabuutiin galchanii kafaltaa qaraxaa mara kafalanii erga xumuranii biyya keessa raabsuutti dhihaataniin booda hordoffii qaamolee nageenyaatiin qabamee ragaaleen isaan qabatanii turan marti ragaa sobaa ta'uun erga mirkanaa'een booda too'atamanii qorannoon irratti gaggeeffamaa jira. Jarri seenaa harma muraa Aanolee irra deebi'anii hojjachuuf tattaaffii guddaa gochaa jiru. Rabbiin akkasitti jalaa fashaleesse! Alhamdulillah!

26/04/2021

Biliisummaan Qawwee qofaan dhufaa

26/04/2021

akkam jirtuu Gudiisaan Marroo mee jiraa jedha

03/04/2020
01/03/2020

mee Mal Argiituu fulduuraa keessanitii yk oromiyaa fii dhabootaa siyasaa oromoo keesatii maltuu mu. altaa jiraa???

bara fii fuguggee gadi jedhani dabarsani!!
01/03/2020

bara fii fuguggee gadi jedhani dabarsani!!

29/02/2020

AL WR WB jirra jirtu

Address

Riyadh

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yomiyyu Dhugaaf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share