Yaadan Finfinnee page

Yaadan Finfinnee page Dubbii Bultee!

24/12/2025

゚viralシfypシ゚viralシalシ ゚viralシfypシ゚viralシ

Oromorra dhalannee Hin qabnu maka biraUuma nu qulqullesse Hojjanne beknu shira.Miidhagdu mudan qabne!♥️🌲♥️
24/12/2025

Oromorra dhalannee
Hin qabnu maka bira
Uuma nu qulqullesse
Hojjanne beknu shira.

Miidhagdu mudan qabne!♥️🌲♥️

Hello follow mee💥💥💫💯
28/04/2024

Hello follow mee💥💥💫💯












 🤫🙅‍♂️======================Waadan keenya kanaa mitiKaayyon keenya innii duraaGaru dubbiin tun nun galleeAkkuma eegaltan...
22/02/2023

🤫🙅‍♂️
======================
Waadan keenya kanaa miti
Kaayyon keenya innii duraa
Garu dubbiin tun nun gallee
Akkuma eegaltaniin xumura.

Warra garan isaani summii
Gara qulqulludhaan ebbifne
Deeboo akka kaleessaa san
Ammaas akka nuttii debifne.

Kayyoo kalettuu jijjiramemo
Akkamin woliif gallaa jettuu
Akkanatti enuun amannaare
Duraa madan keenya heddu.

Dhugaa dirre jirtuu dhoksine
Maaf dubbachuu salfannaa
Morma keenyaa citaa tureef
Nuti enyuun gumaa gafanna.

Maqaa kanaan jibbamneeto
Haga amma oso dararamnu
Warra harki jara dhiiga wolin
Nu tasumayyu hin araramnu.

Bishaan kadhaatani dhugan
Beeki dheebu naman baasu
Oromoo yoo qawwee malee
Araarrii jedhan bilisan baasu.

Ani akka kottii akkana jedha
Waan isiin jettaan hin beeku
Anii abaadan OPDO amanee
Yoomuu waan garii irra eegu.

Waada Jaallan keenya kalee
Hadaraa akka hin dagannee
Jilbii 2 gubatee 3ffaan naafa
Duru gara laafne salphannee.!

Kana booda nun barbachisu
Oromoodhaaf araarrii sobaa
Gadi deemtuun garaf bitamu
Hanga yoomi sobee nu goba.?

Finfinnee Oromiyaa
Yaadan Finfinnee

Wellee Haraya Abdii Ismail Aanteekoo
05/02/2023

Wellee Haraya Abdii Ismail Aanteekoo

Hawwiikoo yaa rabbi galmaan naf gahii❤️💚❤️
29/10/2022

Hawwiikoo yaa rabbi galmaan naf gahii❤️💚❤️

Address

Riyadh
123123

Telephone

+251907104949

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yaadan Finfinnee page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Yaadan Finfinnee page:

Share