Amaxahaa

Amaxahaa amaxahaa

Yaa raabbii naja nu bassii gamachuu biyyaa lamaa ya raabbii nu kenii
13/10/2020

Yaa raabbii naja nu bassii gamachuu biyyaa lamaa ya raabbii nu kenii

Duubbii jabduu Gurbaan kun hidhaamun isa takka lakkofsisera  biyyaa namaa garra lafessa qarro dhabeyii fi akkasumas raak...
28/09/2020

Duubbii jabduu
Gurbaan kun hidhaamun isa takka lakkofsisera biyyaa namaa garra lafessa qarro dhabeyii fi akkasumas raakkatota waliitti qabe namaa raakko isanii furra turedha harra raakko keessa jira maliif namaa sagallee ta,uuf dhabee anaf gafiidha? Biyyaa keenya keessatti mirgaa Abba biyyuma gafachun yakka maliif ta,ee dhalotta qube hidhanii dorsiisuun maliif barbaachiisee ?

28/09/2020

'ee Namaa Gaddisisaa
===========///==========
Obbo Siisaay Baqqaleetiif, manni murtii mirga wabii eeguufis poolisiin hanga yoonaatti hin hiikne. Bakki isaan itti hidhamanii jiranis maatiifi abukaattonni quba hin qaban.

Haadha warraa Obbo Siisaay kan taate, Aadde Xajjituun dhibee Kaanserii waan dhukkubsattuufis daawaa fi yaala yeroon argachuu utuu qabduu, sababa lakkoobsi Herrega baankii jalaa cufameef, maallaqa ittiin yaalamtu dhabdee du'aafi jireenya gidduu jiraachuu maatiin ishee himu. page keenya like godha

Kuni Generaal Guyyoo Waariyoo Abbaa Jirmaa Kabajamaa fi Jaalatamaa namaa Dargaggeessa Hayyuu Akkasuma Nama dhugaa dubbat...
28/09/2020

Kuni Generaal Guyyoo Waariyoo Abbaa Jirmaa Kabajamaa fi Jaalatamaa namaa Dargaggeessa Hayyuu Akkasuma Nama dhugaa dubbatee Bakka itti dhiite bulu Ammas Umrii Dheeradhu dhihootti Sagalee kee OMN irratti Akka durii sana si dhaggeeffatuuf Abdiin eegaa jirra

28/09/2020
18/09/2020

Address

Jeddah

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amaxahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share