Habib abbaa gadaa

Habib abbaa gadaa diinni oromoo oromoon cabsa malee ufii isaa oromoo cabsuu hin danda'u

Free darajjee beegii???
12/02/2020

Free darajjee beegii???

Activist  qabsoo hanga profit qofa godhuGaazexeessa activist ta'uArtist activist ta'uSafuu Kan hin  eegganne Uummata irr...
15/12/2019

Activist qabsoo hanga profit qofa godhu

Gaazexeessa activist ta'u
Artist activist ta'u

Safuu Kan hin eegganne
Uummata irra haa qabu

Jedhe H B obn irratti dilbata galgala5/4/2012E.C

OMN ijaaf gurra qofa osoo hin taane dhiigaf lafee oromooti Lafti lafee keenya jedhe baqqalaa GarbaaOMN dhiiga keenya jet...
02/11/2019

OMN ijaaf gurra qofa osoo hin taane dhiigaf lafee oromooti

Lafti lafee keenya jedhe baqqalaa Garbaa

OMN dhiiga keenya jette qeerroon Oromoo

24/02/2019

Oromoo kan dhibe
Waliigaluu malee
Diinaa isaa garagalchuun
Hin dhibne

Yaa oromoo Amma imala keenyaa gara diinagadee(economical revolution) godhu qabna akkas mitiWaan baay'ee keessaa dabarree...
23/02/2019

Yaa oromoo Amma imala keenyaa gara diinagadee(economical revolution) godhu qabna akkas miti
Waan baay'ee keessaa dabarree as geenye hardha garuu bu'aa qabsoo keenyaan argame abbaan Marti natuu fide jedhe inni kuun bosona keessaa taa'ee isa kiiloo 4 jirutti dhaadata inni kuun Activistoota keenyaa qeeqa kun maalif ta'a
Mee haa dhiifnu hundi keenyaa kaleessaa oromoo taa'uun keenyaa qofaan hundi keenyaa dararamaa turre
Hardha Mee haa tokkoomnu
Hayyuus qeequu haa dhiifnu
Abbaa gadaa ukkaamsuun aada malee
Haadha siinqee ugguruun safuudha

16/01/2019

gabrummaa waggaa 150 kan nurra tursiisee Walii galtee qabna jenne walii galuuf tokkummaa umuuf yaaluu dhabuun akka garbummaan nutti dheeratu taasise hardhas bara injifannoo arganne kanas Walii galuu hin dandeenya
diinnii keenyaa diinaa nu woraanee osoo hin taane
diinnaa tokkummaa oromoo diigee

Oromoon orma qalee nyaachisee
Ufii isaas Wal qalee orma wal nyaachisa
Nan sobe
Ufii keenya Wal qeequu dhiifne oromoo ijaaruu irratti namoota meeqa kan hojjata jiran????

Hardha warri jabaan nu jedhu
kaleessa yeroo harmeen oromoo dhiigaa boossu yeroo guyyaa tokkotti lubbuu 1000 dhabne manattii dhokatanii hardha eessa bahanii jabatan laata???

Wayyaanee dhiigaan biyyaa baafne hardha qoosan yoo isin teettanii wanta hunda nutu fide jettan
Tole jedha sabni oromoo
Aada malee jedhe Abbaan gadaa duraani bayyanaa sanbatoo

Ufii keenya Wal qoodu haa dhiifne haa
Wal ijaarru
Yoo biyya ijaaruu dadhabne
Yoo Wal ijaaruu dhadhabne
Hayyoota keenya biyya ijaara jiran
Haa deeggarru
Deeggarus yoo dadhabne cadhisu woyya natti fakkaata
Kiyya kanuma hora bula

17/12/2018

diinnii oromoo oromoon yoo rukutte malee oromoo yoomu hin dandeessu ragaa fudhachuu dandeenya fkn bara woraana mooti habashaaf woraanni gooticha oromoo Abishee garbaa ragaadha
inni lammaffa lolli Arsii fi miila ilkii ykn mililik ragaa isaan lamaanu oromoodhumatu diinaaf mala male silaa hin milkooftu turte
inni hardha Kunis akka gamasitti nu hin oofne jechu barbaadeeti yaa Saba koo

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Habib abbaa gadaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category