Nasrin

Nasrin Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nasrin, Shopping & retail, Shashemene.

Nad
24/10/2021

Nad

17/10/2020
31/08/2020

Nas

🚩⬇
21/08/2020

🚩⬇

ODUU AMMA NU GAHE!
!!
Baga Gammadan Baga Gammannee!
Wbon Gumaa Ilmaan Oromoo Baasuu itti fufeera!
Guyyaa har'aa Lola Cimaa Zoonii Lixaa, Zoonii Kibbaa fi Zoonii Kaabaati WBOfi RIP, Liyyuu hayillii mootummaa naannoo Amaaraa gidduutti godhameen Injifannoo n ummata Oromoo boonsu galma'eera!
Gaara Abbaa Seenaatti lola Cimaa Sa'aa 4:00f RIP fi wbo gidduutti godhameen Loltoonni Diinaa 72 daaraa taateeti 15 madoo taateeti!
Lola Cimaa 2:00 oliif Liyyuu Hayillii Mootummaa Naannoo Amaaraafi WBO Gidduutti godhameen wbo gumaa qeerroo Walloo baaseera!
Loltoonni Nafxanyaa 83 daaraa taateeti!
32 Madoo taateeti! 18 Achii buutee miila bakkar taateeti!
Lola Cimaa Sa'aa 1:38 oliif Iddoo Jadhamutti RIP fi wbo gidduutti godhameen Wbon Injifannoo galmeesseera! Loltuun diina 16 daaraa taateeti 4 madoo taateeti
Gara meeshaatiin ! guyyaa har'aa galma'eera!
!
!
!


RIP fi Liyyu hayillii Nafxanyaa irraa Booji'uun galii waraana bilisummaa Oromoo (WBO) TA'EE JIRA!
Gama wbotiin Nama saditu (3) nurra wareegame! Jahaatu (6) nurra madaa'e !!
Qeerroon Oromiyaa fi Ummaatni Keenya Gaachana Ummata Oromoo Jabeessaa! Wbo barbaaduun haa jiraatu!
Biyyi Abbaa hin qabdu seetee Nafxanyaa (Ilmaan milinik) akka Ijoollee daa'imaa boo'aa jirti!!
Bilisummaan Oromoof walabummaan Oromiyaa qabsoo Hidhannoon malee hin Mirkaneeffamtuu WBO fi Qawwee teessan Jabeeffadhaa!
Kan Oromoo irraa hidhannoo hiikuu barbaadu Diina ummata Oromooti!
Irraa deebi'ee ummata koo Baga Gammadan Baga Gammanne!
Osoo WBOn jirtuu Oromiyaan hin weeraramtu!
Injifannoon waraana keenya (WBO) kana godhaa Lammii Oromoo kan Kaabaa, Kan Kibbaa, kan Lixaafi Kan Bahaa hundaaf qoodaa! Adawwiin Ummata Oromoo

Wal HinqoodinaaQaween nafxaanyaleen hin cabbdeeMalee amalee inumma jirttii kanafuu Wolf dhaghaa
20/08/2020

Wal Hinqoodinaa
Qaween nafxaanyaleen hin cabbdee
Malee amalee inumma jirttii kanafuu
Wolf dhaghaa

29/11/2019

As wr wb

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nasrin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share