Mana Barumsa Sad.2ffaa Beeltuu

Mana Barumsa Sad.2ffaa Beeltuu Mana Barumsa Sadarkaa 2ffaa Beeltuu

03/07/2025

Waxabajjii 26/2017 Barattoonni Saayinsii uumamaa M/b Sad. 2ffaa Beeltuu fi Bahimaa Yuunivarsitii Madda Walaabutti Qormaata fudhatan Nagahaan xumuranii gara maatii isaanii deebi'aa jiru.

Barattoonni Saayinsii Hawaasa Waxabajjii 28-29/2017 gara yuunivarsiitii kan imalan yoo tahu, 30/10/2017 orientation # kan kennamu taha. Adoolessa 01-03/2017 giddutti qornmata fudhatu. Adoolessa 04-05/2017 giddutti gara maatii isaanii deebi'u.

Caamsaa 20/2017 Godina Baalee Bahaa Aanaa Laga-Hidhaa M/B Sad.2ffaa Beeltutti Qormaanni Moodeela xumara kutaa 12ffaa guy...
28/05/2025

Caamsaa 20/2017 Godina Baalee Bahaa Aanaa Laga-Hidhaa M/B Sad.2ffaa Beeltutti Qormaanni Moodeela xumara kutaa 12ffaa guyyaa sadihiif(3) walitti aansee kennamaa ture nagahaa fi milkaa'inaan xumuramee Jira. Barattoota keenyaaf firii gaarii hawwina!

21/10/2024

barattootni m/b qophaa'na beeltuu yeroo ammaa qormaataf barsiisotan gargaarama kan jiranifi qophii barbaachisu hunda gochaa kan jiraniifii Manni kitaabaas hanga ammaatti tajaajila kennaa jira.

11/09/2024
Ahmed Hussein Abdo Baga Gammadde! Seenaa Haarawa galmeessitee jirta. Mana Barnoota keenyas Maqaa waamsifte jirta. Galata...
11/09/2024

Ahmed Hussein Abdo Baga Gammadde! Seenaa Haarawa galmeessitee jirta. Mana Barnoota keenyas Maqaa waamsifte jirta. Galatatu siif mala!

11/09/2024

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Mohammed Hussein

Waxabajjii 25/2016 Godina Baalee Bahaa Aanaa Laga-Hidhaa M/B Sad.2ffaa Beeltutti   # Barattoota kutaa 12ffaaf kenname!@@...
02/07/2024

Waxabajjii 25/2016 Godina Baalee Bahaa Aanaa Laga-Hidhaa M/B Sad.2ffaa Beeltutti # Barattoota kutaa 12ffaaf kenname!

@@@@@@@@@ # # # # # # # # # # #
M/b sad. 2ffaa Beeltutti barattoota kutaa 12ffaa qormaata seensa yuunivarsiitii bara 2016 fudhataniif iddoo dhimmamtootaa fi koreen qormaata sad. Aanaa argamanitti bifa tasgabbii qabuun kenname.

# kana irratti:
1. mirgaa fi dirqama barattootaa
2. Wantoota barattoonni qabachuu hin qabnee fi naamusa kabajuu qaban irratti hubannoon bal'aan kennamee jira.

01/07/2024

Dhaamsa #

Bara 2016 Fudhachuuf Qophaa'an Hundaaf
-----------------------
BBO- 23/10/2016 Qajeelfama Naamusa Qormaataa Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Ministeerri Barnootaa baase keewwata 35 keessaa 1-25 dhiheessuun keenya ni yaadatama. Har'a immoo , keewwata 26- 35 guutuusaa dhiheessineerra.

!
26- Haala kamiiniyyuu qormaata hatuun qormaata irraa ariisisa; seeranis ni gaafachiisa.
27- Qindeessaan qormaataa tokko naamusa qormaataa kabajsiisuuf yeroo socho'u irratti ololuu yaalun qormaata irraa nama ariisisa.
28- Barattootni qormaata akka hin fudhanne kan kakaasu qormaata hin fudhatu, seeranis ni gaafatama.
29- Sanadoota, chaappaa, waraqaa eenyummaa sobaa qabatee kan argame qormaataa irraa ni ari'ama, dhimmi isaas ni qoratama.
30 - Qormaata akka hatamuufi qisaasamu matta'aa kennuu kan yaale qormaata hin fudhatu.
31 - Barataa biraatif gargaarsa barbaachisaa hin taane kennuu yaaluun, kennuun, qaamaan mallattoo adda addaa dabarsuu yaaluun barattoota lachuu qormaata irraa ariisisa. Seeranis ni gaafatamu.
32- .Waraqaa qormaataa hatuufi dhoksuun qormaata irraa ariisisa. Seeranis ni gaafatama.
33- Barataa birootiif 'passward' fi maqaa dabarsanii kennuun qormaata irraa ariisisa. Seeraanis ni gaafatamu.
34 - Waliin gurmaa'un qormaata hatuun, hatuuf kakaasuun qormaata hunda hin fudhatan, seeraanis ni gaafatamu.
35- Gareen qindoomuun barattootni biroo akka jeeqan, jeeqsisan, qormaata hatuufi hachisiisuu yaale qormaata kennamaa jiru irraa ni ari'amu. Seeranis ni gaafatamu.

:- Barattootni keenya seeraafi naamusa qormaataa kabajuun hojjachuu akka qabdan ergaa biiroo keenyaati
,_olola_sobaatiin_otuu_hin jeeqamin_qormaata_keessan_qofa_irratti_yoo_xiyyeeffattan qabxii olaanaa galmeessisuu akka dandeessan dhaamsa keenya dabarsuu barbaadna.

BEEKSISA@@@@@@@@@@@@@@@Barattootaa kutaa 12ffaa M/B Sad. 2ffaa   # fi   # Qormaata seensa Yuunivarsitii kan bara 2016 fu...
01/07/2024

BEEKSISA
@@@@@@@@@@@@@@@
Barattootaa kutaa 12ffaa M/B Sad. 2ffaa # fi # Qormaata seensa Yuunivarsitii kan bara 2016 fudhattan hundaaf;
# # # # # # # # # # #$$$$$$$$$$$
Guyyaa boruu 25/10/2016 "Orientation" sad. MB tti waan kennamuuf hundi keessanuu harcaatii tokko malee ganama 2:30 irraa eegalee qaamaan argamtanii # akka fudhattan cimsinee isin beeysifna!

Hub. # Barattoonni Aanaan ala jirtanii fi maatii bira jirtan yoo jiraattan qaamaan argamuun dirqama waan taheef, card # argachuu hin dandeettan. kana beeytanii yeroo jedhametti argamuu qabdan.

Namoonni ergaan kun isin qaqqabe hiriyoota keessanii fi barattoota beeytan bira akka qaqqabuuf # gochuun nu gargaaraa!

04/11/2023

የ2015 ዓ.ም 12ኛ ክፍል ተፈታኞች አቅም ማሻሻያ (Remedial Program) መከታተያ የመቁረጫ ነጥብ ይፋ ሆነ።
==============//==
ጥቅምት 23/2016 ዓ .ም (ትምህርት ሚኒስቴር ) በ2015 የ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ፈተና ወስደው የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ውጤት ያላመጡ ተማሪዎች የአቅም ማሻሻያ ፕሮግራም መከታተያ መቁረጫ ነጥብ ይፋ ሆኗል።

የከፍተኛ ትምህርት የአስተዳደርና መሠረተ ልማት መሪ ስራ አስፈጻሚ ሰለሞን አብርሃ (ዶ/ር ) እንደገለጹት በ2016 በግልና የመንግስት ተቋማት የአቅም ማሻሻያ /Remedial Program / የሚከታተሉ ተማሪዎች መቁረጫ ነጥብ እንደተፈተኑት የትምህርት ዓይነት ብዛት 30% እና ከዚያ በላይ ሆኗል ።

በዚህም መሠረት በመንግስት ዩኒቨርስቲዎች ለመማር የመቁረጫ ነጥብ የተፈጥሮ ሳይንስ ለመደበኛና የማታ ወንድ ተማሪዎች 255 የተፈጥሮ ሳይንስ ለመደበኛና የማታ ሴት ተማሪዎች 234 መሆኑን አስታውቀዋል።

የማህበራዊ ሳይንስ ለመደበኛና የማታ ወንድ ተማሪዎች 218 የማህበራዊ ሳይንስ ለመደበኛና የማታ ሴት ተማሪዎች 200 መሆኑን ተናግረዋል።

ታዳጊ ክልሎች የተፈጥሮ ሳይንስ ወንድ ተማሪዎች 224 ታዳጊ ክልሎች ተፈጥሮ ሳይንስ ሴት ተማሪዎች 210 መሆኑን ተናግረዋል።

ታዳጊ ክልሎች የማህበራዊ ሳይንስ ወንድ ተማሪዎች መግቢያ 192 ታዳጊ ክልሎች ማህበራዊ ሳይንስ ሴት ተማሪዎች መቁረጫ180 መሆኑን አመልክተዋል።

08/09/2023

የ2015 ዓ/ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ብሔራዊ ፈተና #ውጤት በፀጥታ እና በሌሎች ምክንያቶች ፈተናቸውን ያልወሰዱ ተማሪዎች ፈተናቸውን ከወሰዱ በኃላ ይገለፃል ተብሎ ይጠበቃል።

በፀጥታ ችግር እና ሌሎች ምክንያቶች ፈተናቸውን ያልወሰዱ ተማሪዎች ከመስከረም 8 እስከ መስከረም 11 ቀን 2016 ዓ.ም ድረስ ፈተናቸውን ይወስዳሉ።

የእነዚህ ተፈታኞች እና የመጀመሪያው ዙር ፈተና ተፈታኞች ውጤት አንድ ላይ እንደሚገለፅ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አሳውቋል።

ከቀናት በፊት የትምህርት ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ ፤ የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ውጤትን መስከረም 2016 ዓ/ም አጋማሽ ድረስ ይፋ ለማድረግ እና ጥቅምት ወር 2016 ዓ/ም የዩኒቨርሲቲ ትምህርት እንዲጀመር እቅድ መያዙን መግለፃቸው ይታወሳል።

Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 kan labsamu barattoonni sababa nageenyaa fi sababoota birootiin qormaata hin fudhanne erga qormaata fudhatanii booda ta'a jedhamee eegama.

Barattoonni rakkoo nageenyaa fi sababoota birootiin qormaata isaanii hin fudhanne fulbaana 8 hanga fulbaana 11, 2016tti qormaata isaanii ni fudhatu.

Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa bu'aan qormaataa fi kan qormaata marsaa tokkoffaa waliin akka ifoomu beeksise.

Guyyoota muraasa dura Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Neegaa; Bu’aa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa walakkeessa baatii Fulbaana bara 2016tti beeksisuu fi Onkoloolessa bara 2016 barnoota yunivarsiitii jalqabuuf karoora qabaachuu isaanii ifoomsuu isaanii ni yaadatama.

Address

Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Barumsa Sad.2ffaa Beeltuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mana Barumsa Sad.2ffaa Beeltuu:

Share

Category