10/12/2019
Muciyyoon ulfoofte takka Harmee ishee bira deemte Akkana jatteen
Muciyyoo: Harmee koo ulfaween jira
Haadha: ani baade ani bade maliin si gorsa ture kana dura yoo dhirti Harma kee si tuqxe β οΈDon't jedhiin yoo qaama saala kee si tuqe β οΈStop jedhiin sin hin janne? jatte loolteen Haati
Muciyyoo: (Rifatte maata ishee gadi buuste) akkas jadheenin ture......
garuu inni iddoo lamaanu al-takkatti yeroo wal-fakkaata keessatti na tuqe anis dafee Don't Stop jedheen.ππ
Feetan Koflaa ani tiyyaaf kofleen jira.ππππ
ππππππ€£π€£
maaligaa kophaa kofaluun aboo hiriyoota keetis share godhi isaanis ha koflaniππ