Obsitti obsitti

Obsitti obsitti account

08/10/2025
03/04/2025

Dubartii diin qabdu fuudhuun maaliif barbaachisa?😥
Shabaabni sababa 21 kana dubbisaa Share Waliif Godhaa
1. Taquwaa (fear of Allah) (Sodaa rabbiif qabaachuu). (Rabbi sodaatti amrii rabbii jala butamtuu dha).
2.beekhumsa diinii qabdi.
3. Waan Rabbiin ajaje hojjatti waan Rabbiin irraa isii dhowwe irraa fagaatti.
4.haraamarraa of tiiksiti.
5.qabeenya kee tiiksiti.
6.Ajaja jaarsaa malee manaa hin baatu.
7.Karaa rabbii /ibaadaa rratti si kakkaafti.
8.Hamlee si jajjabeessiti.
9. baayyee si hin rakkiftu.
10.Bifaa fi qabeenyaan si hin madaaltu.
11. ilmaan kee akka diinii rratti guddatan taasifti ykn diinii dhaalchifti.
12.hammeenya jahannam waan beeytuuf Zinaa rraa of tiiksiti.
13.Rabbi waan sodaatuuf waadaa ykn irbuu hin diigdu.
14. rakkoo si mudatu kamuu si cinaa dhaabbatee si gargaarti.
15.Cinaa imaanaa siif guutti.
16.Haraama rraa ija kee fi qaama kee akka tiiksituuf si gargaarti.
17.Jireenya gaarii kan imaanaan faayame akka jiraattu si taasifti.
18.Qananiin jiruu duniyaa dubartii gaarii waan taheef dubartii gaarii fuudhuun filatamaa dha.
19.Akhlaaqa Haalaaf amala gaarii /naamusa gaarii qabdi waan taheef si kabajji maatii kees ni kabajji.
20.yaadni keetiif yaadni isii yaada Aakhiraa waan taheef waliin jirachuun hin rakkisu.
21..Waliin jannata seentan waan taheef dubartii Haalaan diin qabdu fuudhuun akkaan barbaachisaa dha.
Rabbiin Jaartii gaarii tan diinii qabdu isiniif haa keennu!

22/11/2024

Hin dabarsanii dhagefadhu hanga dhuma 😢😢

11/09/2024

Du'aiii

09/02/2024

Video kana dawwadha me

Faaruu Alaabaa mootummaa      Naannoo Oromiyaa
09/12/2023

Faaruu Alaabaa mootummaa
Naannoo Oromiyaa

Hasida histi rabbin sirra haqabu tessu tessuma milki demtu kara duyda lukku sif hagodhu takkallen sindhibi ♥️♥️♥️
20/10/2023

Hasida histi rabbin sirra haqabu tessu tessuma milki demtu kara duyda lukku sif hagodhu takkallen sindhibi ♥️♥️♥️

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsitti obsitti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Obsitti obsitti:

Share