Jarraa abbaa gada

Jarraa abbaa gada 2021 12

Permanently closed.
01/07/2022

Innaa Lillaahi Wa`innaa Ileyhi Raaji`uun
Haaji Qaasim Haaji Huseen Xaahiroo Fuula Rabbii isaani deeman
Namni Agartan Abbaa keenya kanaaf du`aa`ii godhaafi
Nama biyti dhabde goota Arjaa namaati falmataa mirga ummata isaati nama biyyaaf jiraate gaaddisa hawaasni biratti waa mariyatu.
Namni Magaalaa Dodolaa keessa dabre isaa hin wallaalu waa hedduu biraa qabana
Rabbummaan ija Rahamataatiin Isaan hamil`atu.

24/06/2022
22/06/2022

Lixa Oromiyaatti mootummaan waraana guddaa bobbaasaa jira jedhame.

Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/12389/

Address

Harar

Telephone

+251930299529

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jarraa abbaa gada posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jarraa abbaa gada:

Share

Category