Hubachiis Irkishoo

Hubachiis Irkishoo Critisizer for oromo language

Permanently closed.
10/03/2025
10/03/2025

Sheek Iliyaas Abbaas Uuda Ilmii, Mana barumsa ummatazamana kanaa tasgabbaawaa Rabbiin ilmii islaamaatiin faaye Sunnaa barsiisuu qofarratti baga as geysee baga gammadde siin jedhee jira .
Dhiibbaa adda addaa dandamatee as gahuu kee niin dinqisiifadhe .

Gaafa Rabbiin beekkumsaa fi hayyummaan sibareeche si uume akka Sheek Iliyaas Abbaas kanatti waan jiraataniif beekanii beekkoomsa qabduun Ummata ofii tajaajiluudha.
diin ofii onneerraa jaalatuudha .
Mirgaan Akhiraa Bitaan duniyaa carraaqatuudha.
dhugumatti hawaasni isa jaalata keysaafuu warri darsii isaa irraa bu'aa buufataa jiru faan akka ija ofittis isa tikfata .
Shame Jemal As-saphaliy Ramadaana 1446/9/9

Address

Oromia
Gelemso

Telephone

+251912750917

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hubachiis Irkishoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hubachiis Irkishoo:

Share

Category