Mirkanii oromiyaa

Mirkanii oromiyaa Barataa

Oromoo Please Afaaniinis Tahu Sagalee Keessan Wallo Irraa Hin Qusatina Duaaii Godhaafi Jabeessaa Akka Nama Ofii Rakkatee...
14/03/2024

Oromoo Please Afaaniinis Tahu Sagalee Keessan Wallo Irraa Hin Qusatina Duaaii Godhaafi Jabeessaa Akka Nama Ofii
Rakkatee Jirutti

.
,

Dubartii Ajaa'ibaa!Maqaan isii Fatush Bint Nasir (Fatiyaa Nasir) ja’amti. Dhalattuu goodina Jimmaa Yoo taatu akkuma namn...
15/10/2023

Dubartii Ajaa'ibaa!
Maqaan isii Fatush Bint Nasir (Fatiyaa Nasir) ja’amti. Dhalattuu goodina Jimmaa Yoo taatu akkuma namni kamuu jireenya ofii fi maatii gargaaruuf biyyaa bahutti isiinis biyyaa baatee Saud-arabiyaa Riyaad jiraatti. yeroo namoonni baay’een kaayyoo biyyaa baheef dagate kanatti, Fatiyaan dubartii cimtuu fageenyi barumsarraa, waan qabduun hawaasa isii gargaarurraa isii hin daangeessine. Kan hedduu si ajaa'ibu biyya namaa teeysee, erga barumsa isii waggottan lamaaf hordoftee booda guyyaa arraa koolleejjii Islaamaa Iimaan (Iman Islamic college) irraa gosa barnootaa 12’n eebbifamtee jirti. Maasha Allah!

Dhugatti Nama hedduuf fakkeenyaa fi barnoota taatee jirta. Baga gammadde!

10/01/2023
Dubbiin Toltee jirti...!Jawar Yeroo imala Galatoomaa biyyoota Addunyaa irra Naannawaa ture san ani ganaa manguddoodha Qe...
10/10/2022

Dubbiin Toltee jirti...!

Jawar Yeroo imala Galatoomaa biyyoota Addunyaa irra Naannawaa ture san ani ganaa manguddoodha Qeerroo naan hin jadhinaa jadhee ture. Amma milkiin gara Qeerroon malee hin jirtu gadhee waan as deebi'e fakkaata...🙂 gurbaa diimaa baga gara Abbaa Qeerrootti deebiti!

Jawar has returned to the original leadership of Qeerroo! Muramte..🙂

"Gowwaan Namaa,Sixiqqeessuuf,Harkaa isaa Diriirfatuus Sin Dandayu,Ofiif Xiqqaata,(Habiibii kiyya Yaa Ergamaa Allaah)Naga...
10/10/2022

"Gowwaan Namaa,Sixiqqeessuuf,Harkaa isaa Diriirfatuus Sin Dandayu,Ofiif Xiqqaata,(Habiibii kiyya Yaa Ergamaa Allaah)Nagayaa fii rahmanni Rabbii kiyyaa Sirra Naaf haajiraatu,♥️SAW♥️‼
👉By Nejash Mohammad jzk Ulfaadhu,🙏

10/10/2022

Miskiinummaa jalaa isin haa bilisoomsu
Dureessa of gadi qabu isin haa taasisu

10/10/2022

Qormaata Addunyaa fii Aakhiraa Hunda Rabbi Isiniif Haa Laaffisu

10/10/2022

Rabbiin Cufa keessan waan

Jaalattaniin isin haa Gammachiisu🤲

Miciyyoon tuni Harka hin qabdu miilaan barattee kutaa 12ffaa qormaatarra jirtiEeeyye harka bu’aa hin qabnerra miilli mic...
10/10/2022

Miciyyoon tuni Harka hin qabdu miilaan barattee kutaa 12ffaa qormaatarra jirti
Eeeyye harka bu’aa hin qabnerra miilli miciyyoo tanaa bu’a qabeessa yoo jenne dhara hin ta’u
Harkis miillis, sammuunis, fayyaanis,,,,,, martuu amaanaa Rabbii nubira kaayyatee,, gaafa fedhe fudhatu akka ta’e meeqan keenyatu yaadata laata?
Harki waa hatu, harki miidhaa dhala namaa irratti gaggeessu, harkii hamtuu male toltuu hojjachuun biraa fagaate miciyyoo tana ha ilaallatuun dhaamsa kiyya.
Barattoota 12ffaa Qormaatarra jirtan hunda keessaniifuu milkii gaariin isiniif hawwa
Miciyyoo miilaan qormaata hojjachaa jirtu tana maala qaba yoo teessumallee mijeessaniif?
Yaa miciyyo,,,, Rabbiin harka sirraa fudhate humna siif hata’u Rabbiin kooluu isaa jala sihaa qabu amiin

14/09/2022

Guyyaa iccitiin namaa hundi ifa baatu sana Rabbiin tee siif haa sattaru!!

Aamiin Allaahumma Aamiin Yaa Allaah

14/09/2022

Facebook Sa'aa 24
Tiktok Sa'aa 24
Instagram Sa'aa 24.
Salawaata second 2 qofa. Mee buusaa!

14/09/2022

AS WR WB yaa.obbolaa kiyya gaafa qaaxaroon teenya nudhufte sakaraata nurrallaaffisee kaatimaa nutoolchee warrajanaazaa argatu yaarabbi nugodhi qabriiteenyaas nuuballisi deebisaa gaafii malaaykotaa nu.afaan kaahii firaasha jannataatiifii boraatii jannataa yaarabbi nuukaahii

Address

Dire Dawa

Telephone

+251984106114

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mirkanii oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share