Horte Kush

Horte Kush hundee tenyaa baruf karorsinetii pejjii tana banane sharee like godhuun nuu cina dhabadhaa

Seenaa gabaabduu Kuushii fi Oromoo tana obsaan dubbisaa.Ummanni Oromoo Ummata Hortee Kuush akka tahe beekkamaadha. Kuush...
18/11/2025

Seenaa gabaabduu Kuushii fi Oromoo tana obsaan dubbisaa.

Ummanni Oromoo Ummata Hortee Kuush akka tahe beekkamaadha. Kuush beekuun keenya Hortee Kush tahuu keenya beekuu qofa osoo hin tahin seenaa gaafa Afrikaa guutuu beekuuf nu gargaara. Kanaaf Kuush Eessa akka jiraachaa turee fi akkamitti caphee beekuuniis barbaachisaadha. San malee Ol'antummaa Gaafa Afrikaa kanarratti qabaachaa turee fi Lafti Kuush hanga Eeysaatti ? Yaada ja'uus baruuf nuuf tumsa.

Sababniin Seenaa tana xiqqo barreeysuu barbaadeef Lafti Kush jiraachaa ture sun amma Lafa teenya jachuufiimiti. Ka'umsa hedda laatinsa Oromoo akka eeysaa akka ka'e gad-fageenyaan hubannuufi Horteen Kuush gaaga'ama Mootummaa hamaa Mootummaa Kuush rra gaherraa dandamttee jiraachuu akka hubannuufi. San malees Ummanni Oromoo kan Hortee Kuush tahe Seenaa bara dheeraa Gaafa Afrikaa kanatti akka qabu ragaa nuuf bahuu isaati.

Mootummaan Kuush / Kingdom of Kush / jachuun beekkamu Gaafa Afrikaa kanatti Mootummaa Guddaa Humna jabduu qabdu turte. Ummata Qaroo fi Lafa balloo qabu ture. Qubsumtii isaa Biyya amma Masrii jachuun beekkamtu, Suudaanii fi Itoophiyaa hanga galaana Diimaatti dhaabbatti. Kaartaan Lafaa Seenaa tana ragaa baati. akka Seenaan ibsutti Biiyti teenya tani ar'a Itoophiyaa jedhamtu tanaas Kingidamii Aksum kan gara lixaatiin jiru malee namni biroo irra hin turre.

Mootummaan Masriitiis hanga Kuufaatiin Mootummaa Kuush Irra geessee Ummata Nubiyaa kan Naannoo Kerma jiraatuun walitti hin makaminitti, Magaalaa guddittii Mootummaa tan " Fustat " jedhamtu bakka amma Cairo jedhamtu tana hundeefatee ture. Akka Seenaan ibsutti Magaalaan guddattiin Mootummaa Kuush tan jalqabaa " Kerma " jedhamti. Magaalaan tun Biyya Masrii keessatti arkamti. Akkasumaas ammallee maquma kanaan beekkamti.

Yeroo sanitti Ummanni Arabaa kan Masrii kun waa xiqqo qofaatu jira. Afaan Arabaa Naannoo Sinnaay/ Sinna'i/ fi Gammoojjii gara Bahaa keessatti xiqqo dubbatama malee hin jiru. Afaan guutuun Kingdamii Kush keessatti dubbatamu

Allaahu AkbarLammiin Hindii Shihaab Chopur jedhamu kun hajjii gochuuf guyyoota 370 keessatti kiilomeetira 8600 ol miilaa...
12/06/2023

Allaahu Akbar
Lammiin Hindii Shihaab Chopur jedhamu kun hajjii gochuuf guyyoota 370 keessatti kiilomeetira 8600 ol miilaan deemuun Sa'uud Arabiyaa qaqaabeera. Shihaab imala taasise kana kan jalqabe Waxabajjii bara waggaa darbee keessa akka ta’es miidiyaaleen idil-addunyaa walarkaa fuudhanii gabaasaa jiru.
Aboo Anaafii Sillee Rabbi Nuhaa Geessu

18/02/2021

Daily news

08/08/2020

Dadabaa karraa gamaa An waan dabnee karraa karraa gallaa kana

04/04/2020
10/03/2020

Akka'untingii baruu fi barsisuratii kan xiyyefate tahu issini ibsuun barbada

09/03/2020

jeneral knowledge and Accounting principle , any question all accounting

Address

Harar
Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Horte Kush posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Horte Kush:

Share

Category