Obsinaan

Obsinaan Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Obsinaan, Shopping & retail, 2575, Debre Zeyit.

Barattootni University Finfinnee mormii duguuggaa sanyii Oromoo irratti raawwataa jiru hiriiruun mormii dhageessisaa jir...
06/12/2022

Barattootni University Finfinnee mormii duguuggaa sanyii Oromoo irratti raawwataa jiru hiriiruun mormii dhageessisaa jiru.

06/12/2022

Kan harkaafi harma muran gurraan dhageenye. Kan morma muran ijaan argine!

02/09/2022

Baay’ee nama dhukkubsa!

Guyyaa kaleessaa magaalaa Finfinneetti hojjettuun manaa yommuu maatiin hojii deeman daa’imman kana lamaan haala suukkannessaa ta’een ajjeefte. Haati yommuu hojiidhaa galtu reeffa daa’immanshee mana keessatti agarte! Mee yaadaa, fayyaa manatti dhiiftee baatee reeffatti galuu! Onnee nama madeessa!

Daa’imman garaan qulqulluu, kan hamaafi gaarii addaan hin baafanne, kan firaafi alagaa hin beekne, babbareedduwwan kana irratti harka maaliituu danda’ee yakkaa akkasii raawwataa? Safuu, bara hin taane keessa jirra!

Yaa fira koo, adaraa yommuu hojjettuu manaa qacarattan duubashee qoradhaa. Eessa dhufte, maatiinshee eenyu jedhaa gaafadhaa. Daa’immaniif ilaalcha akkamii akka qabdu adda baasaa. Rakkoo xinsammuu, rakkoo maatiifi rakkoo hawaasummaa qabaachuushee qoradhaa. Walitti bu’insiifi dallansuun yoo jiraate hatattamaan furmaata itti kennaa. Hanga dandeessanitti hojjettuu keessan akka maatiitti kunuunsaa, gorsaa, ofitti qabaa!

Kun ta’uu yoo baate immoo daa’imman keessan ofumaa guddifadhaa! Dabareedhaan hojii hojjedhaa. Dhiironni keenya haadha warraa keessan gargaaraa! Qarshii ittiin hojjettuu qacaratan qabaachuufi dhabuu miti dubbiin! Lubbuun daa’ima ofii qarshiidhaan hin bitamu.

Waaqayyo gadda akkasii mana keenyarraa haa qabu! Ameen!

10/03/2020
22/12/2019

Address

2575
Debre Zeyit

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsinaan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share