Oromiyaa

Oromiyaa Page kanarratii bekumsaa garagaa isin fayyaduu isinif qopesinaa

''Bishaan hidhamerraa Anniisaa Haayidiroojiinii maddisiisuun ni danda'ama.''OBN Cyber Media, Hagayya 27,2017- Bishaan hi...
02/09/2025

''Bishaan hidhamerraa Anniisaa Haayidiroojiinii maddisiisuun ni danda'ama.''

OBN Cyber Media, Hagayya 27,2017- Bishaan hidha haaromsaan hidhamerraa anniisaa Haayidiroojinii [ ] maddisiisuun akka danda’amu Ministirri Bishaaniifi Inarjii Injinar Habtaamuu Ittafaa [PhD] himan.

Ofii anniisaan Haayidiroojiinii maalidha; bu’aa maalii qaba?

Anniisaan Haayidiroojiinii kun jalqabarratti boba’aa qulqulluu anniisaa elektiriikaa maddisiisuuf ooludha.

Faayidaan isaas konkolaattotaafi mashinoota geejjibaa akkasumas hojii indaastiriiwwanii humneessuuf kan ooludha.

Kana malees anniisaa keemikaalaa gara elektiriikiifi ho’aatti jijjiiruun bu’aa adda addaa kenna.

Dabalataanis boba’aa qulqulleessuu [petroleum refining], xaa’oo oomishuu, geejjibaafi tajaajiloota biroof gumaacha olaanaa qaba.

Maaltu anniisaa qulqulluu isa godha?

Haayidroojiiniin; oksijiinii seelii boba’aa keessatti argamu waliin wal-nyaachuun humna elektirikii kan maddisiisu yoo ta’u, waan kanas bishaaniifi ho’a irraa waan oomishuuf madda anniisaa qulqulluu isa godha.

Tajaajila Geejjibaaf

Anniisaan Haydiroojiiniirraa maddu konkolaataa xixiqqaarraa eegalee konkolaataa fe’umsaa hanga baaburaafi doonii akkasumas Xiyyaaraatti akka boba’aatti ykn humnaatti tajaajila.


Adeemsa Indaastirii keessatti

Haayidroojiiniin hojiiwwan indaastirii adda addaa, keessatti boba’aa qulqulleessuu (zaayitii jikita gara boba’aa salphaatti jijjiiruu)fi xaa’oo oomishuuf oola.

Ho’aafi Humna kennuuf

Haayidroojiiniin gubachuun adeemsa indaastirii miijessuu ykn immoo gamoo ho’isuuf oola.

Kuusaa Annisaaf

Haayidroojiiniin anniisaa kuusa; keessattuu anniisaa maddoota anniisaa haaronfaman Aduufi qilleensarraa maddan kuusuun yeroo biroo itti fayyadamuuf gargaara.

Bishaan hidha haaromsaan hidhamerraa anniisaa Haayidiroojinii faayidaalee oliif gargaaran hunda argachuun akka danda'amu Ministirri Bishaaniifi Inarjii Injinar Habtaamuu Ittafaa [PhD] addatti 'OBN Cyber Media

02/09/2025
Manni maree ol’aanoo dhimmoota islaamummaa naannoo giddu-galeessa Itoophiyaa  hoji gaggeessitoota isaa filatee jira.Fila...
02/09/2025

Manni maree ol’aanoo dhimmoota islaamummaa naannoo giddu-galeessa Itoophiyaa hoji gaggeessitoota isaa filatee jira.

Filannoon Hojii Raawwachiisaa imaam Haaji Abdulhaadii Ahmad Burhaan Pireezidaantii Mana Maree Olaanaa tahuun muudame.

gulantaalee hunda keessaayyuu namoonni filatamanii gara federaalaa darbanis beekkamaniiru.
1- Imaam Haaji Abdulhadii Ahmad - Pirezidaantii (Ulamaa'ota irraa) .
2- Ustaad Bahjaa Abduljaliil Itti Aanaa Pirezidaantii (Ulamaa'ota irraa) .
3- Sheek Umar Mustafaa - Barreessaa (Ulamaa'ota irraa) .
4- Ustaad Saadiq Wagebo Miseensa Ulamaa'ota irraa
5- Sheek Mustafaa Jamaal Miseensa Ulamaa'ota irraa
6- Sheek Mukhtar Hassan Miseensa Ulamaa'ota irraa
7- Ustaad Naasir Muhammad Miseensa Ulamaa'ota irraa
8- Miseensa Abasheen Abaware Hawaasa Hojjetaa irraa
9- Sheek Ahmed Abete Miseensa Ulamaa'ota irraa
10- Miseensa Ismaa'eel Shamebo Qeerroo irraa
11- Zubeida Habib Miseensa Dubartoota irraa filatamanii kakatan.

02/08/2023

Watch, follow, and discover more trending content.

Oduu Gammachiisa Jiraattota Godina Harargee Lixaa fi Aanaa Habroo Keessatti argamamtan cufaf Fulbaana Guyyaa 8/01/2015 M...
01/09/2022

Oduu Gammachiisa Jiraattota Godina Harargee Lixaa fi Aanaa Habroo Keessatti argamamtan cufaf Fulbaana Guyyaa 8/01/2015

Muhaadaraa Sababa Majliisa Sheikha keenyaa jaalatamaf kabajamaa Sheikh Muktaar Abdallaa jajjabeessuf godhamuuf waan deemuf Isinis gama keessanin Sheikhni kun Aalimaa Fanniiwwaan garaa garaa barsiisuuf Biyyaa Arabaa Jaami'aa Madinaatirraa Eebbifame Biyyaa tiyyan fayyada jachuudhaan gama biyya teenya Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo Araddaa ganda jedhamutti Majliisa dhaabuudhan barsiisaa jira Kanaf Ammas qubsumaa Isaa kana jajjabeessuf keessuummoota fi Daa'ii, Sheikhoota Keenyaa Federaala fi Oromiyaa irraa wan dhufanif Isinis jiraatoonnii Godina Harargee Lixaa Muhaadaraan tun akka isiin hin dabarree Afeerraa Isiniif taasifnee jirra Jecha jira tokkollen nurra hin hafina Waamicha Obbolummaa isiniif taasifnee jirra Galatoomaa!!!! Guyyaan guyyaa Seenaati akka isin hin dabarree
Sheikh Muktaar Abdallaa

✍ Gadisa

01/09/2022
Thanks for visit and support us ambassador Tracy Ann Jacobson, Dire Dawa administration mayor Mr. Kadir Johur, Dire Dawa...
27/08/2022

Thanks for visit and support us ambassador Tracy Ann Jacobson, Dire Dawa administration mayor Mr. Kadir Johur, Dire Dawa administration mayor City, Deputy mayor of the University, Mr ibrahim yuosuf, Dire Dawa University president Dr Ubah Adem, vector link and other higher official who were called upon by the ministry of health.

midhaa yeroo dheeraaf TV illallun daa'imman irrati  qabduuMaatiin keessumatti daa'imman akka isaan TV yeroo dheeraaf hin...
25/08/2022

midhaa yeroo dheeraaf TV illallun daa'imman irrati qabduu

Maatiin keessumatti daa'imman akka isaan TV yeroo dheeraaf hinilaalle gochu qabdu ,sababni isaas hoggaa isaan yeroo dheeraaf TV ilaalan sammuu isaanii irratti miidhaa guddaa fidaa. kunis tv ilaaluun kuni yeroo dheerraa booda dandeetti xiyyeefachuu isaanii ni hir'isa akkasumas barumsa isaanii irrattis dhibbaa fiduu danda’a.
Rakkoon inni fiduu kan biroo immoo sababa yeroo dheeraaf ta'ani egganif jechaa dhibee kantaruu dhiigaatif (DVT) fi ijaa isaani sirriitti ilaaluu dadhabuuf isaan saaxiluu danda’a,kana qofa miti dhibee onnee wajjiin walqabattanifis ni saaxilamuu, kanaafuu maatiin ijoollee keessan akka isaan TV ilaalun yeroo dheeraa akka hindabarsine gochu qabdu.

waan dubbiftaniif galatomaa.

by Ebsa Ibrahim

Address

Oromiyaa
Dadar

Telephone

+251900326634

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromiyaa:

Share