Ahmedin Mohammed

Ahmedin Mohammed Kan Darbee muddanoo kan dhufeef mu

05/05/2022
25/10/2021

Yaa haadha too yaa jannatee tiyya siin yaada

Wallahii Maqaa RABBIItin Kakadhaa Namnii Haadhaa Iffii Jaallatu Bareefama Kana Hundaa Yeroo Dubise Akka Inni Booh

share godhi Rabbiin kaatimaa tee siif haa bareechuu👇❗
"""""""""""""""""""""""""""''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''"""""""""""""""""""""""
Ni jetteen haadhi isaa yaa ilma koo qoricha naaf fidi, boohaa manarraa bahe Maallaqa haadha isaa dullaattiif dawaa itti bitu waan hin qabneef 😭😭boohaa manarraa bahe Deemee deebihe sodaachaa haadha isaatti himuuf akka maallaqa qoricha itti bituuf hin qabne

Yeroo dhaqee ol seenu haadhi isaa lubbuun dabartee jirti haala imimmaan mallaa ishee irra yaa'een😢Yeroo haadha isaa duute arge ni iyye onneen cabdee,
dhukkubsattee
madooftee
Rifattee
Yeroo harka haadha isaa kaasee dhungatu ni arge /message Risaalaa harka haadha isaa keessatti, Akkana jettee barreessiteef yaa ilma koo yeroon qoricha si gaafadhu niin beekan ture akka ati maallaqa hin qabne, akka ati ala narraa baatuufin siin jedhe Lubbuun tiyya hadhaa sakaraataa dhandhamuu waan eegalteef akka ati yeroon du'u na agartee na waliin hin duuneefi Yaa ilma kiyya Habiibii❣️siif dhiiseera kazanaa gaarii inni sunuu kanin sirraa jaaladhe addunyaaf aakiraati
واخفض لهما جناح الذل من الرحمه وقل ربي ارحمهما كما ربياني صغيرا
Haadha keetiif du'aa'ii godhi

Dhaamsaa Kana Obbolleewaan keesan biraan gahuuf Shere Godha jzk
⭕Baarakallahu fiikum💚😭

As wr wb Gayyuu bareeda Akka warqittii ifu ola❤❤🌹🌹❤❤
23/12/2020

As wr wb
Gayyuu bareeda
Akka warqittii ifu ola❤❤🌹🌹❤❤

Sodaa rabbii keeti Nagaada godhaadhu Tirfii guddoo arkaata
25/11/2020

Sodaa rabbii keeti
Nagaada godhaadhu
Tirfii guddoo arkaata

27/09/2020

Dhabamnu dhabamne male gateettii ba'aa kaleessaa ofirratti deebifnee baadhannu hin qabnu. Of ta'uu dadhabnus jara taanee jiraachuudhaaf qophii miti.!!

Address

Boreda

Telephone

+251901773553

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmedin Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ahmedin Mohammed:

Share