16/06/2025
Rabbirraa Leenjisaa: Dargaggeessa umrii 25tti dhaabbilee shan hundeessee seenaa galmeesse
************
Gaazexaa Bariisaa
Ganaa umriinsaa waggaa 13 osoo jiruu, deggersaafi gargaarsa maatii jalaa bahee hanga humnasaatti waan danda’e hojjatee of gargaaruun umrii ijoollummaa, ijoollee hedduun taphaan itti dabarsitutti harka tokkoon barachaa harka kaaniin hojjachaa of ijaaruun seenaa dalaguu eegale.
Osoo qaamaan guddatee harkisaa hammachuudhaaf hinbilchaannetti faayidaa hammachuu baree kan lafatti sarare, barataa yunivarsitii ta’ee osoo jiruu kutaalee Oromiyaa garaa garaatti imalee dargaggoota 3,800 kan ijaare, gaafa qabsoo dura hiriiree gaafa nagaas misoomatti...
Guutummaasaatiif👇
https://press.et/oromifa/2025/06/14/rabbirraa-leenjisaa-dargaggeessa-umrii-25tti-dhaabbilee-shan-hundeessee-seenaa-galmeesse/