Adam biyyee

Adam biyyee أحمر

30/11/2023

"من خاف أدلج ومن أدلج بلغ المنزل"
صلوا على الرسول صلى الله عليه وسلم.
Nagayaa fi rahmata
rahmataa irratti buusaa!!?.

22/10/2023

Yeroo dhihoo as,bultii ijaarrachuu keessatti,naatoo fi bifa gaarii qabaachuun qofti,wal- jiddutti,dubbii ijoo tahaa jiraa laalii taajjabi.

ila
Bultii ijaarrachuu keessatti,silaa kan dursuu qabu,bifa namaa qofa osoo hin taane,kaayyoo kee natti himi, galma kee na beeksisi,imalli kee eessa hanga eessaa akka tahe naa ibsi,olmaa kee natti agarsiisi,amala kee na hubachiisi,isa jedhutu gaafii ijoo tahuu qaba turee hubadhu.

Obbolaa
Bifa qofarratti xiyyeeffatta taanaan,bifa bulbulanii hin dhuganii hubadhu,yaadaan wajji oolanii,amalaan wajji bulan malee,jiruun bifa qofaan mirkanooftee galma yaadame geettu,biyya kamuu hinjirtuu xiinxalli.

Jaaloo
Siree gaarii bitattee,hirriba gaarii yoo dhabde,mana gaarii ijaarrattee,tasgabbii gaarii yoo hoongofte,bifa gaarii argattee,amala gaarii yoo maseente,qabeenya gaarii horattee,abdii gaarii yoo beelofte,suni jiruu mitii irra deebi’ii laali.

Ekaa
Bifti sammuu hin taatu,bifti qabeenya hin taatu,bifti beekkumsa hin taatu,bifti qalbii hin taatu,bifti amala hin taatu,bifti jiruu hin taatu,bifti hawaasummaa hin taatu,bifti waa dabalti malee,bu’uura jiruutiifi bultiitii mitii uf qusachuu yaali,

Namana
Bultiin waa heddurraa ijaaramtii beeki,kallattii tokko qofaan hin laalinii,ija qalbiitiinis waa daawwadhu.

20/08/2023
03/04/2022

as wr wb baga ramadaana hijraa 1443gessan

yaa rabbi gabroottan kee nugodhi
17/03/2021

yaa rabbi gabroottan kee nugodhi

16/03/2021

Yaa rabbi rahmata kee nuuf godhi ramdaanaas nagayaan ittin nugahi

17/10/2020

Namadukana halkaniitiifi ifa guyyaa kesatis rabbi sodaatu sihaa taasisuu

As wr wb yaarabbi janata kee naaf kani
17/10/2020

As wr wb yaarabbi janata kee naaf kani

Address

أطلب
Aweday

Telephone

+251921252997

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adam biyyee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share