Melala mobile

Melala mobile Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Melala mobile, Shopping & retail, Arjo.

bilbilii keessani gafaa tokkoo tokko busy tahee isin rakkiisaa ?Haalaa kanani Hangaa tahee sirrefachuu dandesuu bilbili ...
03/01/2026

bilbilii keessani gafaa tokkoo tokko busy tahee isin rakkiisaa ?

Haalaa kanani Hangaa tahee sirrefachuu dandesuu bilbili keessan samsung yoo taheef

Jalqabaa Garaa demuun asi gadii butani Developer option Yoo hin qabanee

phone tuqun
informeshin filachuun
number sahee 5 tap tap akkasin gotuu

achi bodaa Dubatii debihun Developer option keessa senuni

servise select gochuun

Bakkaa kanatii app osoo isin hin bekin Background run tahaa jiruu argatuu .
Asi kesa app ama itti fayama hin jirane halaa kana stop gotu

Yero kanati bilbili kesan busy akka hin tanef ni hirisa

Waan bilbilaa wajiin walqabatuu argachuuf

Melala Mobile follow gochuu hin dagatinaa

03/11/2025

Maamiltoota keenya Hundaaf Oduu gammachiisaa tokko Isaanif Qabaane
jirra.
Naannoo Magaalota kana keessa Kan jirtaan
1/ Bedele, Metuu fi naannoo ishee
2/Nekemt,Gimbi,Donbidolo fi naannoo ishee
3/baakoo fi naanoo ishee
Suphaan moobaayilaa fi fayyadamtoonni magaalota amma Eerame fi naannoo isaanii jiraatan Melala Mobile kan kanaan dura suphaa Mobaayila tiin kan beeknu amma tarkaanfii tokko Guddachuun Raabsaa iskiriinii fi Akseseerota Garaagara qenxee fi jimlaan raabsuuf Qophii xumuruu isaa gammachuu guddaadhaan isiin beeksisa.

Boru irraa eegalee Magaalota armaan olitti ibsaman keessatti Naannoo argamaa manneen daldalaa keenya fi lakkoofsa bilbilaa Ifa isiniif Kaan goonu tahaa

Ummataa jalaalaAkkam oltaan
10/10/2025

Ummataa jalaala
Akkam oltaan

15/08/2025

Melala Mobile

30/05/2025

Melala Mobile
0914878102

Bagaa gamaadan solaroota fi kebiilota garagaraa isiinif fineera kotaa dawaadhaMelala Mobile0914878102
09/03/2025

Bagaa gamaadan solaroota fi kebiilota garagaraa isiinif fineera kotaa dawaadha

Melala Mobile
0914878102

Charjeroota orijinaala nii barbaadu Maree Filannoo keessaan Melala Mobayil godhadhaaOdefannoo dabalataaf0914878102
28/02/2025

Charjeroota orijinaala nii barbaadu Maree Filannoo keessaan Melala Mobayil godhadhaa
Odefannoo dabalataaf
0914878102

13/01/2025

Battery bilbila keessani dadhabuu fi dhisuu isaa akkamin baruu dandesuu

Kesumamoo yoo bilbila nama irraa bituu taheef akkanan check gochuun fayyuuma battery sana salphatii ni bartuu

MODEL . Samsung yoo tahee QOFA

App samsung members jedhamuu kana busun keessa sentanii

Step arman olii hordofuu dhaan ilaltuu

Wantotaa SADIN adda bafatuu innis > good, normal ,bad

Good = yoo jedhee halaa garii irraa jiraa
normal = giduu galesaa
Bad ii = Dirqamaa battery sun jijiramuu qaba jechuu dhaa..

wantotaa suphaa bilbilaa fi kana kanfakkatani argachuuf
Melala mobil
0914878102

Address

Arjo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Melala mobile posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share