Mr Sax.

Mr Sax. I post what I want.

Manchester United Tapha   f taphattoota jalqabaa ifa taasise.
27/08/2025

Manchester United Tapha f taphattoota jalqabaa ifa taasise.

CRYSTAL PALACE kilaba guddicha LIVERPOOL injifachuudhaan Mo'ataa(Shaampiyona)Community Shield baranaa ta'e.Taphicha Live...
10/08/2025

CRYSTAL PALACE kilaba guddicha LIVERPOOL injifachuudhaan Mo'ataa(Shaampiyona)Community Shield baranaa ta'e.
Taphicha Liverpool dursaa turus Taphataan sarara fuulduraa C.Palace Ismaila Sarr daqiiqaa 77ffaa irratti galchii qixxeessituu lakkoofsisuun gara goolii adda baastuu(penality)tti deemamee Crystal Palace 3-2 mo'achuu danda'eera.

Tapha Community shield har'a Liverpool fi Crystal palace taasisan irratti pirojeektiin Arne Slot Mo Salah hojiin ala waa...
10/08/2025

Tapha Community shield har'a Liverpool fi Crystal palace taasisan irratti pirojeektiin Arne Slot Mo Salah hojiin ala waan taasise fakkaata xiyyeeffannaan isaanii sarara bitaan cabsanii seenuu irratti kan xiyyeeffatu yennaa ta'u kunis kan milkaa'eef faakkaata boqonnaa dura LIV 2-1 C.PALACE

Waayee Dr.Xilahun Gamtaa meeqa keenyatu beeka?Gola Seenaa keessaa....Dr.Xilahun Gamtaan nama barsiisaa Yuunibarsiitii Fi...
26/09/2020

Waayee Dr.Xilahun Gamtaa meeqa keenyatu beeka?
Gola Seenaa keessaa....
Dr.Xilahun Gamtaan nama barsiisaa Yuunibarsiitii Finfinnee muummee afaanii kan ture yoo ta'u,nama yeroo jalqabaatiif hiika jechootaa afaan Oromootiin Oromootaaf gumaacheedha.Kitaabni kun seerlugaa fi caasaalee afaan oromoo of keessatti kan qabate yoo ta'u,Oromo-English dictionary jedhama.Namoota gurguddoo fi kabajamoo mootummoota nama nyaatoo jala dhaabatanii nuuf karaa saaqan kanaaf kabaja guddaatu malaaf.
Hundee Seenaatiin....Gola seenaa keessaa.

Guyyoota 365 waggaan qabu seenaa gaariis ta'ee hamaan itti galmaa'anii darban keessaa guyyaan har'aa (April 20) nama amm...
20/04/2020

Guyyoota 365 waggaan qabu seenaa gaariis ta'ee hamaan itti galmaa'anii darban keessaa guyyaan har'aa (April 20) nama ammeenyummaan isaa biyyasaa bira darbee addunyaan beeku nama balaafamaa jedhamee kan maqaansaa dhaadheffamu oogganaa Paartii Naazii Jarmanii fi hundee waraana Addunyaa ll kan ta'e Adolf Hitlor tu guyyaa har'aa dhalate,lubbuu miliyoonotaa balleessee kan darbe Hitlor ammeenyummaansaa sadarkaa duraa kennisiisaaf.Egaa Guyyaa hamaan kun itti dhalate warri Jarman akkamitti kabaju laata? Baga dhalatte jedhumoo guyyaa kana maaliif guyyaa taatee nama kana gadi fidde jedhu ani hin beeku.maalumaafuu Hitlor April20,1889 guyyaa har'aa dhalate jedhan sin maal jettuun?

01/05/2019
HUNDEESSITOOTA WAALDAA WAL GARGAARSA MACCAA FI TUULAMAA...1.Obboo H/maaram Gammadaa2.Jeneraal Taaddasaa Birruu3.kol.Alam...
25/04/2019

HUNDEESSITOOTA WAALDAA WAL GARGAARSA MACCAA FI TUULAMAA...
1.Obboo H/maaram Gammadaa
2.Jeneraal Taaddasaa Birruu
3.kol.Alamuu Qixxeessaa
4.Haji Adam Saaddoo
5.Obbo Ahamad Bunaa
6.Obbo Baqqalaa Mokonnin
7.Luba Guddinaa Tumsaa
8.Obboo Ejjetaa Fayyisaa
9.Obboo Qana'aa Gumaa
10.Dej.Kebede Buzunash
11.Kol.Maammoo Muzammir
12....Mokonnin Wasanuu
13.Dr.Moggaa Firrisaa
14.Hajii Roobalee Turaa
15.Obboo Seefuu Tasammaa
16.Obboo Zawugaa Boojiyaa fi kan Hafan...
Maddi:Oromo struggle and the mecha &Tulama Association.

BIYYOOTA AFRIKAA 15nan Waggaatti doolaaraa isaan argatan jedha barruun kun Ethiopia 6ffaarr kaa'eera $240.705 as keessaa...
22/04/2019

BIYYOOTA AFRIKAA 15nan Waggaatti doolaaraa isaan argatan jedha barruun kun Ethiopia 6ffaarr kaa'eera $240.705 as keessaa gumaacha qabnaa laata?

Address

Awaro
Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mr Sax. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share