Walaloo Jaalalaa

Walaloo Jaalalaa Kan keessisaa Dammaa
Gubbaansaa gagaadhaa
Waayee bareeda keef
Addunyaan ragaadhaa!!!!!

24/05/2026

Faarfannaa kana!!!!

20/05/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Yousuf Abebaker, Abdii Yaadataa W Jiraataa, Zekiyos Merga, Adisu Degefu, Shalo Mohammed Beriso, Mulugeta Tegegn, Warqee Supheen Samsame, Mohammed Abdukarim, Azeb Kebede Taddesse, Narobera Kakuun, Kedanu Rabuma, Daandii Kaayyoo, Baaraddiin Abbaa Jabal, Jimawork Gobena, Dingeta Benti, Bona Negasa, Gadisa Degefa, Ahluddiin SHariif Badhaasaa, Jemal Tufa, Hana Hana, Awwaaqii Gaaddisaa Caalchisaa, Nagarii Firdiisaa, Ifaa Dirribaa, Lemma Milkeessaa, Milko Gaarii, Gemmechu Diriba Gdt, Ashima Usman, Ejigu Ashanaa Galataa, Ganamuu Hamaa, Misgana Gobana, Abdi Lemi, Naasir Baqqalaa, Keetiinboonii Birisaa, Lammii Ballaxaa Indaalaa, Fayisa Imana, Baree Jibicho, Jimaa Habtaamuu, Rooba Godaana, Kefanii Bulbulaa, Lammisaaf Nagaasaa Bakar Cha, Suukoot Iggiisaa, Kaalid Yuusuf, Kaayyoofan Callise, Dawit Tashoma, Rahm Mattunda, Yadiif Merga, Abdo Man, Dame Roba, Yoni Bahiru, Nuradin Ediris Abdurahman

19/05/2026
19/05/2026

Hubadhaa!!!

17/05/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Yaannet Ifaa Yaadi, Sultan Hussein Arbagugu, Awal Aliyi, Lachiisan Tamiru G***e, Obsa Oromo, Mubaarik Hasan, Kaadir Kaamal, Leta Fufaa, Lelisa Oro, Yade Oro, Mujaahid Mohammed, Eyasu Wollegga Lij, Chala Teferi, Thedy Qasis Gethachoh, Ashetu Jima, Obsanbil Abas, Bayaan Abdulkaader, Aman Haji, Dinaol Asefa, Wardii Jemal, Samuel Adugna, Abdii Nabsoo, Galataa Birhaanu, Baruuk Micky, Tolee Tolee, Getuu Nagaasaa, Çhàlàçhéw fékàdú, Sultan Midakso, Jaalata Sabaa, Adinaan Yusuuf, Chala Yadeta, Abdii Lataa, Kayo Hanchalu, Idose Babu, Umar Husen, Maraaf, Simbo Hayilu, Yazid Emiru, Ayu Man, Odaa Horroo Guduruu, Diibboraa Fufaa, Bicaqa Molatu, Gada Adugna, Shuguxii Mucaa Harar

17/05/2026

Thinking!!!!

21/07/2025

Jechoota_Hayyootaa

=================
1. Farda lagaan ga’uu ni dandeessa; garuu obaasuu hin dandeeessu (Ingilizoota).
2. Saroonni lama; lafee tokko irratti, waliif galanii hinbeekani! (Faraansayota)
3.Kan arrabni yaabee dhalchu, kormi yaabee hin dhalchu! (Oromoota)
4. Miilli sochoonaan afaan agabuu hin bulu! Afrikaanota)
5. Bareedinni fuudhaa fi heerumaaf wabii hin ta’u! (Ariyaanota)
6. Iddoo yeroo dulloomtu teessu, iddoo yeroo dargaggummaa kee turte agarsiisa (Gaa’elikaanota)
7. Osuma barnoonni galaana ta’uuyyuu, harroonni garuu daakuu hin danda’an (Gaa’elikaanota)
8. Eenyummaa akaakayyuu kootii hin beeku; ilm ilmasaa garuu maal ta’uuf akka jiru beekuuf nan dhama’a. (Abraham Linkon)
9. Kan abbaan of hin gargaarre carraan isa hin gargaaru. (Oromoota)
10. Kan dhaggeeffatu hubachuuf, jechoota muraasatu isa ga’a (Afrikaa kibbaa)
11. Kan hiriyaa isaarra harka kaa’atee deemu fageenyi karaa itti hin beekamu (Nayijeeriyaanota)
12. Qalqalloon duwwaa jirtu dhaabbachuu hin dandeessu! (Taanzaniyaa)
13. Bareeda kan jennuun bareedinaan osoo hin taane, kan nu gammachiisaniini (Xaaliyaanota)
14. Kan carraa qabu galaanatti osoo darbattanillee qurxummiitu afaanitti qabatee baha! (Araboota)
15. Karaa si baasu osoo hin beekiin, deemsa hin eegalin. (Ingilizoota)
16. Kan fedhu, kan raawwatu nama cimaadha; kan hawwu kan argachuu danda’u immoo, nama abshaala! (Ayerlaandota)
17. Dhugaan lubbuu magarsiti; sobni garuu ni tortorsiti. (Oromoota)

18.Akka ganamaa seetee, galgalas narra ejjadhukaa jette kosorruun (Oromoota)
19.Taa’umsi dhagaa fi jechi haadha ormaa suuta lafee nama lixa! (Oromoota)
20.Yaanni bilchaataan balbala cufamaa ni saaqa! (Africaanota)

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/walaloofikolfa
⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️
OR
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
https://t.me/exit1exam1

21/07/2025
13/07/2025

Pirezidaantota Naannoo Oromiyaa

1. Hasan Ali (1992-1995)

2- Kumaa Dammaqsaa (1995- Adoolessa 24,2001)

3 Juneeydii Saaddoo (Onkololeessa 28, 2001- Onkololeessa 6,2005)

4. Abbaaduulaa Gammadaa (Onkololeessa 6, 2005- Fulbaana 2010)

5- Alaamayyoo Atoomsaa (Fulbaana 2010- Guraandhala 17, 2014)

6. Muktaar Kadiir (Bitootessa 27, 2014- Onkololeessa 23, 2016)

7. Lammaa Magaarsaa (Onkololeessa 23, 2016- Bitootessa 18, 2019)

8- Shimaallis Abdiisaa (Bitootessa 18, 2019 - hanga ammaa)

👇👇👇👇Join 👇👇👇👇
https://t.me/walaloofikolfa

https://t.me/exit1exam1

26/06/2025

𝙳𝚊𝚗𝚍𝚎𝚎𝚝𝚝𝚒𝚒𝚠𝚠𝚊𝚗 𝟷𝟶 𝚋𝚊𝚛𝚊 𝚋𝚊𝚛𝚊𝚊𝚗 𝚔𝚊𝚏𝚏𝚊𝚕𝚝𝚒𝚒 𝚜𝚒𝚒𝚏 𝚔𝚊𝚏𝚏𝚊𝚕𝚊𝚗:

𝟷. 𝙰𝚖𝚊𝚗𝚊𝚖𝚞𝚖𝚖𝚊𝚊
𝟸. 𝙶𝚊𝚛𝚊 𝚕𝚊𝚊𝚏𝚒𝚗𝚊
𝟹. 𝙻𝚊𝚔𝚔𝚒 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚞𝚞
𝟺. 𝙽𝚎𝚎𝚝𝚠𝚘𝚛𝚔𝚒𝚒𝚗 𝚑𝚘𝚓𝚓𝚎𝚌𝚑𝚞𝚞
𝟻. 𝚆𝚊𝚕𝚜𝚒𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞
𝟼. 𝙶𝚊𝚛𝚐𝚊𝚊𝚛𝚜𝚊 𝚐𝚊𝚊𝚏𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞
𝟽. 𝚆𝚊𝚕𝚚𝚞𝚗𝚗𝚊𝚖𝚝𝚒𝚒
𝟾. 𝙾𝚏𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚊𝚖𝚊𝚗𝚊𝚖𝚞𝚖𝚖𝚊𝚊
𝟿. 𝙾𝚏 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞 𝚐𝚊𝚊𝚛𝚒𝚒
𝟷𝟶. 𝚈𝚎𝚛𝚘𝚘 𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚏𝚊𝚢𝚢𝚊𝚍𝚊𝚖𝚞𝚞

📢𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄
╔════════════╗
📚𝐉𝐎𝐈𝐍: https://t.me/walaloofikolfa

📚𝐉𝐎𝐈𝐍: https://t.me/walaloofikolfa
╚════════════╝

https://t.me/walincollege
09/05/2025

https://t.me/walincollege

Oromoon maqaa jedhu guyyaatti yeroo kumaatama fayyadama!
Fkn:
🤝Waliin hojjenna
🤝Waliin baranna
🤝Waliin guddana
🤝Waliin baana
🤝Waliin Galla
🤝Waliin jijjiiramna
🤝Waliin ijaarranna
🤝Waliin duroomna
🤝Waliin jajjabaanna
🤝Walin jabaanna
🤝Waliin misoomsina
🤝Waliin deemna
🤝Waliin tokkoomna
🤝Waliin jiraanna
🤝Waliin kununsina
🤝Waliin kabajna
🤝Waliin dhaabbanna
🤝Waliin qo'anna
🤝Walin daawwanna
🤝Waliin imalla
🤝Waliin bareenna
🤝Waliin tolla
🤝Waliin dorgomna
🤝Waliin sochoona
🤝Waliin gahoomna
🤝Waliin wayya
🤝Walin horra
🤝Waliin oolla
🤝Waliin boonna
🤝Waliin m***a
🤝Waliin foona
🤝Waliin yaana
🤝Waliin kaana !

"Waliin" filanne !
Kolleejii Waliin Filannoo keessan haa ta'u!!

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/walincollege

👉 Powerful & meaningful name !! 👈

Address

Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walaloo Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Walaloo Jaalalaa:

Share

Category