Artii Oromoo

Artii Oromoo sirna –bulla!

28/03/2025

Ajandaa Burtukaan kanaan ajandaa baay'ee hirraanfachaa jirtu yaa 70maa...please 🤔

27/03/2025

akka ebeluun sirbaan morma nama jallisa waan jedhaniif dhiisnee dhaabannee ilaalaa jirra...

06/10/2024

Waaqayyoo oolchaadha,...Ammas hin yaadda'inaa!✅

18/08/2024

🏃

23/07/2024

my beginning and end is with God🙏

23/07/2024

Halkanii fi guyyaa hojjedhaa inni jedhame sun gaarii ta'uu in oolle..!!🛻🥷

13/07/2024

Hundumtuu kan ta'e si'ini,...🙏

26/05/2024

Ganama gaarii fi guyyaa bareedaa qabaadhaa💕

Mootummaanis akka nama dhuunfaa gadda ibsata.Qaamni Jaal Battee Urgeessaa ajjeese haa beekamu,haa dhiisu;mootummaan itti...
10/04/2024

Mootummaanis akka nama dhuunfaa gadda ibsata.Qaamni Jaal Battee Urgeessaa ajjeese haa beekamu,haa dhiisu;mootummaan itti gaafatama qaba. Sababni hojiin mootummaa inni guddaa fi olaanaan Nageenya lammiilee eeguu ture.eenyuutu eenyuun gaafata jechuuf malee silaa lubbuun nagaa guyyaa guyyaan darbu maaliif jedhamee gaafatama ture,..
Mootummaanis hin jiru Uummatis gaggeessaa wn hin qabneef guyyaa guyyaan lubbuun nagaa darba.abbaatu of mara jedha oromoon

Amazing,... not creativity;it is creation 💕❤️👏
28/03/2024

Amazing,... not creativity;it is creation 💕❤️👏

What a generation 😅
16/03/2024

What a generation 😅

09/03/2024

Warri dhiirotaa Baga guyyaa haadholii geessan; silaa ...

Address

Addii Ababa, Oromiya
Addis Ababa
12551255@

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Artii Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Artii Oromoo:

Share