Qaanqee qeerroo

Qaanqee qeerroo Bilisummaa

05/03/2024

Yooyyaa akkam ooltaan
Haali sabni keenya amma keessa jiru kun
Guyyaa tokko ni jijjiramaa laata ?
Waaqayyo ati saba kanaf dubbaadhu dhugaan isa jala haalamee
Oromiyaan biyya !
Sabni koo oromoon haa jiratuu

27/10/2023

Oromoo sabni koo dhiiraa fi dhalanni harkaa funnee Ashamaa walii galani

01/10/2023

Onesmos Nasib (Abba Gemechis)

of Oromo Gospel believers 😲

01/10/2023

Uummata keenya magaalaa begii qondaalaa fi Gidaamii miidha hamaa keessa jiru haa baraarru lammiin lammiif qoricha waan ta'eef Oromoon fayyaa haa ta'u

Bilisummaa

08/04/2023

Abbaan biyyaa gaachani saba oromoo Haa waaruu

14/12/2022


OROMIA

12/12/2022

Gumaa wbon baasa jiru hedduudha isa mormaa siif kennee tumsii oromoo HAA WAARU

15/11/2022

Wbo keenya haa waaru

22/08/2022

Wbon ona darimuu keessaa yaasee ammas deemsii its fufa wbon haa waruu

17/08/2022

Wbo koo

Address

Private
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qaanqee qeerroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category