Imaanaa Dhaloota

Imaanaa Dhaloota Yaadadhuu Hidda kee. Hidhaa seenaa jireenyaa keeti hin dagaatin. SEENAA RIRMI HIN NYAATUU

24/08/2021

Imaali Imaanaa Dhaloota kunuunsinee Jalaatamaa gochuu qabna

25/06/2021
18/06/2021

!!

17/06/2021

17/06/2021


Waan haa dhufuu garuu imaanaan dhalootaa dhaloota galma gahaa malee hin hafuu hin hafuu hin hafuu. Imaala dhaloonni eegalees dhalootumatti galmaan gahaa.

Adeemsi eegalee osoo hin xumuraamiin haafu imaala kayyoo hin qabnedha. Yaa dhaloota suuta ejjedhu garuu ejjennoo kee jabeeffadhu. Wal dhagahii wal hubaadhuu abdii waliif ta'ii kayyoodhaaf dhabbaadhu

31/05/2021

🌹🌹

Pinterest πŸŒΈπŸŒΈπŸŒΈπŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Imaanaa Dhaloota posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share