Hamba Qabenya General Trading S.C

Hamba Qabenya General Trading S.C Import and Exporting Share Company

 WADWHQ erga hundeeffamee jalqabee hojii daldala garaagaraa irratti socho'aa kan jiru yoo ta'u; haala hoj-mata isaa gama...
31/10/2021



WADWHQ erga hundeeffamee jalqabee hojii daldala garaagaraa irratti socho'aa kan jiru yoo ta'u; haala hoj-mata isaa gamaaggamuu fi kallattii hojii fuula duraa kaayyachuuf wan deemuuf, hundeessitootaa fi miseensoonni Aksiyoona Daldala Waliigala Hambaa Qabeenyaa taatan hundinuu magaala gaafa 25/02/2014/ Galma Hoteela ZE Dm, gamoo 3ffaa irratti Ganamarraa sa'a 2:30tti akka nuuf argamtaan kabajaa fi jaalalaan isiin beeksifna.
Bulchiinsa WADWHQ irraa.

18/09/2021
18/09/2021

Karaa Hambaa Qabeenyaa argachuuf👇

Waldaya Aksiyoona Daldala Waliigalaa Hambaa Qabeenya ************Gosoota daldala 20 ol qabatee dhufa kan jiru   Qabenya ...
18/09/2021

Waldaya Aksiyoona Daldala Waliigalaa Hambaa Qabeenya
************
Gosoota daldala 20 ol qabatee dhufa kan jiru Qabenya General Trading Share Company, sheerii Aksiyoona gurguruu erga jalqabe guyyoota lakkoofsisse Jira.

Kayyoon isaa daldalee uummata (economy)Ikoonomidhaan dagaage argu kan barbaadu Hamba Qabenya General Trading S.C sheerii bitachuun abba aksiyoona ta'a.
dabalataf👇

 ====• Sheeriin   2(Qr.2000)•Sheeriin   1500(Qr.1500,000)
16/09/2021


====
• Sheeriin 2(Qr.2000)
•Sheeriin 1500(Qr.1500,000)

  Aksiyoona Daldala Waliigalaa Hambaa Qabeenya====================================Uummanni keenya daldala Idil-Adunyaa k...
15/09/2021

Aksiyoona Daldala Waliigalaa Hambaa Qabeenya
====================================
Uummanni keenya daldala Idil-Adunyaa keessaa qooda fudhachu qaba jedhee, halkaniifi guyya hojjechaa kan jiru Hambaa Qabeenyaa sheerii isa baankii sagali(9) olitti gurguraa jiraachuu isaa gammachuun ibsa.

Namni kammiyyuu baankii naannawa isa jiru deemuun sheerii bitachu ni danda'a.

Akkasumas, namoonni biyya Aalaa jiraattan kara bitachu ni dandeessu.

12/09/2021
Waldaya Aksiyoona Daldala waliigalaa Hambaa Qabeenya argachuudhaaf 👇
07/09/2021

Waldaya Aksiyoona Daldala waliigalaa Hambaa Qabeenya argachuudhaaf 👇

04/09/2021
  keenya argaachuuf 👇
04/09/2021

keenya argaachuuf 👇

Import and Exporting Share Company

W.A Daldala Waliigalaa Hambaa Qabenya-------------------------------------------------------------------Namoonni Biyyoot...
04/09/2021

W.A Daldala Waliigalaa Hambaa Qabenya
-------------------------------------------------------------------
Namoonni Biyyoota Adunyaa Adda Addaa keessaa jiraattan karaa sheerii W.A Daldala Waliigalaa Hambaa Qabeenya bitachun isiniif mijjaawerra.

$ Sheerii bitachuun Abbaa Aksiyoona ta'a!

Address

Koye
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hamba Qabenya General Trading S.C posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hamba Qabenya General Trading S.C:

Share