Abdii Sultaan

Abdii Sultaan political science Ethiopia

Walumaa galatti Fatwaa Abbaan Ulamaa'ii Muftii Oromiyaa Sheikh Aadam Tuulaa "Waa'ee Irreechaa" irratti kenne, barruun is...
02/10/2022

Walumaa galatti Fatwaa Abbaan Ulamaa'ii Muftii Oromiyaa Sheikh Aadam Tuulaa "Waa'ee Irreechaa" irratti kenne, barruun isiniif dhiheeyseera. Dubbisaa!

1. Hukmiin Nama osoo beekuu Irreecha deemee maali?!
- Namni osoo beekuu Irreecha deeme, Amantii Islaamaa irraa baheera. Haga haarawatti Shahaadaa qabatutti Ibaadaan isaa hin qeebalamtu!

2. Namni deggarsa waan karaa ittin deman/Transport kaffalee Nama biraa Irreecha geesse hoo?!
- Namni kun dilii guddoo hojjatee jira. Dafee toowbaa qulqulluu toowbachuu qaba.

3. Namni gariin "qabsoof deemna malee, Ayyaana kabajuuf miti" jedhan.
- Qabsoon Islaamummaa faalleesitu kamuu Qabsoo Gabrummaa ti!

4. Gariin ammoo "Guyyaan Irreechaa Bilisummaa Oromooti. Eenyummaa keenya Diina agarsiisna Kanaaf deemna" jedha. Kunihoo?!
- Islaamummaa maletti namni Bilisummaa barbaade Islaamummaa irraa baheera. Muslima miti!

Walumaa galatti Sheekni keenya "ani Irreecha waaqeeyfataa dhaquun Shirkii tahuu isiniif himeen jira" jachaa jira. Sheekha keenya Qaalii kana Rabbi Umrii isaanii nuuf haa dheereeysu!

02/10/2022

Walumaa galatti Fatwaa Abbaan Ulamaa'ii Muftii Oromiyaa Sheikh Aadam Tuulaa "Waa'ee Irreechaa" irratti kenne, barruun isiniif dhiheeyseera. Dubbisaa!

1. Hukmiin Nama osoo beekuu Irreecha deemee maali?!
- Namni osoo beekuu Irreecha deeme, Amantii Islaamaa irraa baheera. Haga haarawa tti Shahaadaa qabatutti Ibaadaan isaa hin qeebalamtu!

2. Namni noolii/Transport kaffalee Nama biraa Irreecha geeysehoo?!
- Namni kun dilii guddoo hojjatee jira. Dafee toowbaa qulqulluu toowbachuu qaba.

3. Namni gariin "qabsoof deemna malee, Ayyaana kabajuuf miti" ja'an.
- Qabsoon Islaamummaa faalleeysitu kamuu Qabsoo Gabrummaa ti!

4. Gariin ammoo "Guyyaan Irreechaa Bilisummaa Oromooti. Eenyummaa teenya Diina agarsiisna Kanaaf deemna" ja'a. Kunihoo?!
- Islaamummaa maletti namni Bilisummaa barbaade Islaamummaa irraa baheera. Muslima miti!

Walumaa galatti Sheekhni keenya "ani Irreecha waaqeeyfataa dhaquun Shirkii tahuu isiniif himeen jira" jachaa jira. Sheekha keenya Qaalii kana Rabbi Umrii isaanii nuuf haa dheereeysu!

03/09/2022

Good evening everyone

TPLFis terrorist group
27/08/2022

TPLFis terrorist group

Kiiristaanoo Roonaaldoon leenjisaa haaraa kilabichaa Erik Ten Haag waliin dubbachuuf gara Maanchister Yuunaayitiditti de...
27/07/2022

Kiiristaanoo Roonaaldoon leenjisaa haaraa kilabichaa Erik Ten Haag waliin dubbachuuf gara Maanchister Yuunaayitiditti deebi'eera.
Taphataan lammii Poorchugaal kun kilabni isaa Yuunaayitid bara kana akka isa gadhiisu barbaada.
Roonaaldoon amma ganna 37 yoo tahu tapha michummaa ganna kanaa irratti hin hirmaatiin hafe.
Roonaaldoon yeroo qophii ganna kanaa irraa hafuun isaa dhimma dhuunfaafi jedhame. Garuu kilabichaa bahuun kaayyoo isaa jalqabaa akka tahe himama.
Hanga ammaatti garee isaa waliin shaakala hojjechuu hin eegalle. Teen Haag Roonaaldoon taphataa ''gurgurtaaf oolu miti'' jedhe.
Roonaaldoon turtii waggoota Riyaal Maadiridiifi Juvantas booda bara darbe gara kilaba isaa duraanii Maanchisteritti deebi'e.
Daawwannaa Taayilaandii fi Awustiraaliyaa dursee Erik Teen Haag Roonaaldoo waliin 'dubbanneerra jedhan.
''Marii gaarii gaggeesineerra. Innis anaafi Roonaaldoo gidduutti waan beekamudha. Waanan isiniif mirkaneessu tokko marii gaarii akka waliin taasifne qofaadha.''
Roonaaldoon shaakala irraa hafuun waajjira ol aanaa garee biyyaalessaa Poorchugaal keessatti shaakala hojjechaa ture.
Bara darbe Roonaaldoon taphataa kilaba isaaf galchii hedduu lakkoofsise tahe. Akka Piriimer Liigiitti ammoo sadarkaa sadaffaan xumure.
Maanchister garuu sadarkaa jahaffaan waan xumureef bara kana Shaampyiinsi Liigii keessatti hin hirmaatu.
Roonaaldoon turtii waggaa tokkoo Yuunaayitid waliin ammas kan qabu yoo tahu, hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigiif jecha kilaba isaa kana gadhiisuu akka barbaadu himame.
Taphataan badhaasa Ballon dOr si'a shan injifate Roonaaldoon dorgommii Awurooppaa Liigii aka waan guddaatti ilaaluun taphachuu hin feene.
Kilabootni akka Chelsii, Bayerni Munik fi Atileetiikoo Maadirid taphataa kana fudhatu jedhamee eegamus akka hin barbaanne bsaniiru.
Miindaan Roonaaldoo danqaa guddaa tokko tahus akka xiqqeessuu barbaadu bakka bu'aan isaa Jorge Mendes ibsee ture.
Roonaaldoon bara kana Maan Yuunaayitid keessa tura jedhamee eegama.

Barruu asii gadii kana gurbaa azmaarii tady afroo jedhan sanatu afaan amaaratiin post godhee jannaanan animmoo afaan oro...
25/07/2022

Barruu asii gadii kana gurbaa azmaarii tady afroo jedhan sanatu afaan amaaratiin post godhee jannaanan animmoo afaan orommotti jijjiiree
Garuu afaan amaaraa kun yoo gara afaaan oromootti translation(ykn) jijjiiran iknisaa woldhaba bakka hedduutti ikaa adda addaa kenna
Garuu gurbaan yomii as dhiiga namaaf arjoomuu egale ?
Maal jechuu barbaadeeti ?
=====================

Nagaa kabajaa kootiin dura, waggaa waggaan July 7th guyyaa dhaloota koo sababeeffachuun, Tajaajila Baankii Dhiiga Biyyaalessaa irratti hirmaachuudhaan, dinqisiifattootaa fi hiriyoota koo dhiiga arjoomanii lubbuu dhala namaa qaalii baraaruuf godhan hundaaf galata guddaa qaba kan Itoophiyaa waggoota hedduu darbaniif. Sagantaa arjooma dhiigaa baranaa irratti argamuun miidhaa isin irra gaheef gadda koo yeroon ibsu, qaamolee mootummaa sagantaa lubbuu baraaruu guutummaatti namummaa qabu kun sirnaan akka hin raawwatamne taasisan cimsee balaaleffadha.

Kana malees, namoota kabajamoo biyya keessaa fi alaa karaa adda addaatiin hawwii gaarii naaf ibsan hundaaf galata guddaa qaba.

Jaalalli ni injifata

Teodooros Kaasaahuun (Teedii Afroo) .

Alagaa nutti kofalchiiftan nu salphiftan ka amma kolfaa jiru kunuu gammadeeraa alagaan guyyuma akkanaa kana eeggatti .ya...
10/07/2022

Alagaa nutti kofalchiiftan nu salphiftan ka amma kolfaa jiru kunuu gammadeeraa alagaan guyyuma akkanaa kana eeggatti .yaa Hangaasaa maaltu boohicha fide!

Tasgabbiin maaf dhabamte?. Namoonni si faarsu ka si jaalatan hin sehin suma galaafachuu fedhuu." Hangaasaan goota Hangaasaan soba hin jaalatu Hangaasaan nama saaxila" what Hell is that! Jaala koo ati MP tahuu kee of hin dagatin. "Aby Ahmed qofa naan jaaladha PP naan jabeessa" What hell is this! What has happened? Of booda deebituu? Koree yk garee seeraan corruption fi illegal action kkf saaxiluuf filamte yoo taate ee akkasi✅ hujii keeti jenna waa saaxiluun ka si komatu ka ajjeechaaf si aaggatu hujii kee tirratti seerri haa gaafatuu jenna yoo San✅.
Mee yeroo takka takka 🐢deemaa wal irraa✅
MM nu duraa hin jeeqinaa dhukkuba sukkaraa itti hin fidinaa.eessatti galuufi yoo Prosperity part keessaa kan utaaltu taate? An 👏siif hin rukutu siin gorsa malee. Koreen waa saaxiloo sii achitti haa as baatuu malee ati waan akkanaa keessatti don't sacrifice yourself.akkuma Jawar dhiifama gaafatetti Shimallisiif jara kaaniis dhiifama gaafadhu.
Kanatu furmaata natti fakkaata akkaa kootti

10/07/2022

Yuunivarsiitiin Odaa Bultum guyyaa galmee barnoota sagantaa Gannaa dheeresse

Yuunivarsiitiin Odaa Bultum guyyaa galmee sagantaa barnoota Gannaa kan barattoota buleeyyiifi haaraa dheeresse. Bifuma kanaan guyyaan iyyataa barattoota haaraafi galmeen barattoota buleeyyiifi haaraa bifa itti aanun dhiyaateera.

1. Barattootni haaraan iyyachaa jirtan hanga Adoolessa 12/2014tti ragaa barnootaa guutuu fiduun iyyachuu dandeessu.
2. Galmeen barattoota haaraa kan gaggeeffamu Adoolessa 18-20/2014 ta’a.
3. Barnootni barattoota haaraa kan eegalu Aoolessa 21/2014 ta’a.
4. Guyyaan galmee barattoota buleeyyii Adoolessa 20 -21/2014 ta’a.
5. Guyyaan ‘tiitooriyaaliin’ barattoota buleeyyiif kennamu Adoolessa 22 – 23/2014 ta’a.

Barattootni buleeyyiis ta’ee barattootni haaraan akkaatuma sagantaa kanaatti ragaa barbaachisu guutuu qabachuudhaan akka galmooftan isin beeksifna.

Daarektoreetii Sagantaa Barnoota Fagoofi Walitti Fufaa Yuunivarsiitii Odaa Bultum

Yaa rabbi ! Worra yoo rakkate ulaa namaa dhaabbatu osoon taanee worra ulaakee dhaabbatee waan barbaade si kadhatee sibir...
29/04/2022

Yaa rabbi ! Worra yoo rakkate ulaa namaa dhaabbatu osoon taanee worra ulaakee dhaabbatee waan barbaade si kadhatee sibiraa argatu nu godhi yaa Allaah

24/04/2022

Inshaah Allaah worra leyilatul qadiriin wol qunnamu nu haa godhu Allaahan

Address

Addis Ababa
OROMIA

Telephone

+967730526246

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii Sultaan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdii Sultaan:

Share