Amanuel Megersa #AMOO

Amanuel Megersa #AMOO Ilaalcha namaan of hin ogganiin. Karaa mul'atakee irraa faanakee imalchisii mul'atakee keessan.......

Permanently closed.
04/07/2025

Hooda Megersa+251925090569 Jasper studio Game Bulti Yadani Merga guitar Abenezer Alemayew . Samson Holy ....

   Waldaa Lallaba Aboo Kiristos Lak 1ffaa.         Daandi   Gessu irraMata Duree👉  Hin  ✅ Filp3:12 Kanas argadhee waanan...
04/06/2025


Waldaa Lallaba Aboo Kiristos Lak 1ffaa.
Daandi Gessu irra
Mata Duree👉 Hin ✅ Filp3:12 Kanas argadhee waanan guuttadheef miti; garuu Kristos kan isaa waan na godhateef, anis isa kana bira ga'ee harka koo keessa galfachuudhaaf duukaa kaachuutti nan jira*.
13 Obboloota ko, ani akka nama harka isaa keessa isa galfateetti of hin lakkaa'u. Haa ta'u iyyuu malee, waan tokko nan godha; wanta na booddeetti hafe yaaduu dhiisee, wanta na dura jirutti nan hiixadha*
✅EEBBIFAMAA✅

Waldaa Lallaba Aboo Kiristos Lakk 2ffaa  har'aa Waare Booda akkasitti egale. Mata Duree👉    👉Ba'u13:5 Waaqayyo biyya aan...
03/06/2025

Waldaa Lallaba Aboo Kiristos Lakk 2ffaa
har'aa Waare Booda akkasitti egale.
Mata Duree👉
👉Ba'u13:5 Waaqayyo biyya aannanii fi damma baasu isiniif kennuudhaaf abboota keessan kakuudhaan abdachiiseera.
🙏🙏Saganta dhaabbattan 🙏🙏👇👇
ykn 2ffaa Waare Booda
Guyyaa Guutuu . Itti fufa.

02/06/2025

❤️❤️❤️❤️❤️

   Guyyaa 29-01/2017Hirmattuu eebba kana haa tanu❤️❤️🙏
01/06/2025


Guyyaa 29-01/2017
Hirmattuu eebba kana haa tanu❤️❤️🙏

31/05/2025

Address

Finfine
Addis Ababa
5669

Telephone

+251925090569

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amanuel Megersa #AMOO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Amanuel Megersa #AMOO:

Share