Zuber jamal Ahimed

Zuber jamal  Ahimed When you're goodness for other the God make good your life

09/10/2023

Check out zuber25's post.

Jireenyii akkaa mana kiraayittiWareegama fi kaffaaltii gaafata.
07/09/2023

Jireenyii akkaa mana kiraayitti
Wareegama fi kaffaaltii gaafata.

01/06/2021

When you're goodness for other the God make good your life

Ahlaanbikaa Yaa rammadanJi'aa barakaa yaa ji'aa farfaamaYaa baatii qur'aana ji'a araramaaJi'oota hundaarra ati bar addum...
26/03/2021

Ahlaanbikaa Yaa rammadan
Ji'aa barakaa yaa ji'aa farfaama
Yaa baatii qur'aana ji'a araramaa
Ji'oota hundaarra ati bar adduma
Badiin waggaa sin nurra shaarama
Keyriin keyrii caluu bar sirra argama

Kan qabuu keenate itti nagaadata
Soomate salatee rabbiisa yaadata
Quranas qara'ee ma'anasa barataa
Kan lole wal oodus hafuta gaafata
Jalali hin bayyata
Jibbin gababata
Oolanis wal wamee waliin faxarata
Masgiidatti gutee jama'aa soolata

Miskiinni hin gammada
Sadaqaa fudhaatee
Sorreesi hin nagadaa
Zakkaa yoo kennaate

Hunduumtu hin booha
Himmimaan gammachuu
Kan jiraate argee ni'ima biyya lachuu

Nagaas wal gaffata ol fudhe sagale
Sheyxannii silaa qillinxooti galee

መቸ ወዴዴኩሸ
06/12/2020

መቸ ወዴዴኩሸ

Kayyoof kiyyoo galani !
04/11/2020

Kayyoof kiyyoo galani !

25/10/2020

Wanti Adunyaarrattii rawwatama jiruu kunii
Namaan rawwatama moo ?
Seexaanan rawwatama moo?
Anii wantiisaa naf hin gaLee
Rabbii Bakka bekuu haa Kahu

Qaasim
16/10/2020

Qaasim

Juma'a mubarak
09/10/2020

Juma'a mubarak

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zuber jamal Ahimed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share