Sheikh Amin Xiqqaa

19/11/2025

RABBIIN! Waan Hunda Qabu, Bakka Hundatti Sii Wajjiin Haa Jiraatu

21/10/2025

Nama dhugaa jechuun kan yeroo wajjin jijjiiramu odoo hin tahin, kan haqarratti gadi dhaabbatu kophaa isaatillee odoo tahe.

21/10/2025

Ol iyyannoo rabbii keetti ol ergatte milkiidhaan siif haa deebisu rahmaan 🤲

Mashaa Allaah
21/10/2025

Mashaa Allaah

Turtii Aljazeera waliin

21/10/2025

Ammaar Amiin Ibroo

Imaam Shafi’ii akkana ja’anii gaafatan..“Namni Tokko abbaa isaati wajjiin wal ni lolaa ?” Ja’aniin..Osoo haqarrallee jir...
27/09/2025

Imaam Shafi’ii akkana ja’anii gaafatan..
“Namni Tokko abbaa isaati wajjiin wal ni lolaa ?” Ja’aniin..
Osoo haqarrallee jiraatee kophee abbaa isaatinillee wal hin lolu ja’eti deebise.

Yaa Saahiba kiyya : irra guddaa nama jireenyi isatti golgolaawe ,cufa waan hamilee keessatti hongawu oggaa argite namni san Haadha fi abbaa isatti mataa jabaateeti jachuu beeki.

Jachi Ergamaa Rabbii kun qofti gorsaaf siif gahaadha.
“Jaalalti Rabbii jaalala haadha fi Abbaa keessatti jirti.
Dallansuun Rabbii dallansuu haadha fi Abbaa keessatti jirti.”
Hiikkaan jacha kanaa siif galee..?
Osoo hanga feetellee kheeyrii dalagattee eegana haadha fi abbaa keetitti mataa jabaatte Rabbiin sirratti dallaneeti jira jachuudha.
Namni galata Rabbii beeku galata haadha fi abbaatiis ni beeka jachuudha.
Rabbiin akka si jaalatu gaafa feete haadha fi abbaa keetitti tola ooli jachuudha.
Rabbiin akka sirratti hin dallanne yoo feete haadha fi abbaa keetitti mataa hin jabaatin jachuudha.

27/09/2025

Rizqiin halaal:-
Qalbii namaa tolchiti, kheeyrii dalaguu fii jaala rabbii barbaaduu keessatti himmaa namaa olfuuti, ibaadarratti nama mirqaansiti,sadaqaa fii nafaqaan isiirraa baafamtu ni qeebalamti,nama isii nyaatuu fii abbichaaf kheeyrii duniyaa fii aakhiraa isaa irratti gargaarsa isaaf taati. haraam immoo faallaa kanaati.

âś“. Rabbiin ď·» rizqii halaal kan ofii keenya,maatii keenya,ilmaan muslimtoota,nama rakkatee fii haajame,makhluuqa alaa fii manaa hunda nyaachisnee soorru nuuf haa kennu. Rabbiin ď·» haraam xiqqaa fii guddaa kan nurraa haa qabu.

Rabi'al Sani 5,1447H

27/09/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdela Mgs, Alii Ibraahim, Mannuu NaasiMauunn, Abdin Ko Raabbuma

Atileetonni Itoophiyaa waggaa 34 booda yeroo jalqabaaf meedaaliyaa warqee malee biyyatti deeebi’anFinfinnee, Fulbaana 22...
22/09/2025

Atileetonni Itoophiyaa waggaa 34 booda yeroo jalqabaaf meedaaliyaa warqee malee biyyatti deeebi’an

Finfinnee, Fulbaana 22, 2025: Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan, Tookiyyotti, barana gaggeeffameen atileetonni Itoophiyaa waggaa 34 booda meedaaliyaa warqee tokkoyyuu osoo hin argamsiisin dorgommicha xumuran.
Dorgommii kanarratti xumura saddeet irratti hirmaachuun meedaliyaa warqee malee meedaliyaa meetii lamaa fi naasa lama argachuun xumuran.
Atileet Tigisti Asaffaa fi Yoomiif Qajeelchaa meedaliyaa meetii tokko tokko yoo argamsiisan, Gudaaf Tsaggaayee fi Simboo Alamaayyoo meedaaliyaa naasaa argamsiisan.

Kanaanis Itoophiyaan akka Addunyaatti Chaayinaa waliin walqixa sadarkaa 22ffaa yoo qabattu, akka Afrikaatti 4ffaa ta’uun xumurte.
Ameerikaan meedaliyaa warqee 16, meetii shan fi naasa shan argachuun akka Addunyaatti 1ffaa yoo taatu, Keeniyaan meedaaliyaa warqee torba,meetii lamaa fi naasa lama argachuun akka Addunyaatti 2ffaa, akka Afrikaatti 1ffaa ta’uu dandeessee jirti.

Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19 ffaatin Itoophiyaan akka Addunyaatti 6ffaa turuun ishee ni yaadatama.

22/09/2025
22/09/2025

Dalagaalee Jannata Si Seensiftu Keessaa 1)Haadhaa fi Abbatti Tola Ooluudha🤍🙏

Address

Chiro
Addis Ababa

Telephone

+251966366030

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sheikh Amin Xiqqaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share