Ermi023 brave

Ermi023 brave Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ermi023 brave, Shopping & retail, 12345, Adama.

01/07/2022

Itiyyeen in jirtu mimi male
Mataan irra jiru wiiggi male
😁😁

30/06/2022

Milkaa‟uu irraa maaltu nama ittisaa?

🔎 Wantoonni milkaa‟ina goonfachuu irraa nama ittisan hedduun kanneen
armaan gadiiti.
----------------------------------------------
•Fedhii dhabuu.

•Kufaatii sodaachuu.

•Jechaa namaaf iddoo kennuun, duubatti mucucaachuu.

•Ofitti amanamummaa dhabuu.

•Dandeettiifi humna ofii wallaaluu.

•Mul‟ata dhabuu.

•Kaayyoo malee jiraachuu.

•Kutannoo dhabuu.

•Nama ilaalanii karoorsuufi karaa nama biraa hordofuu.

•Abdii kutuu.

•Waan xixiqqootti quufuu.

•Sodaachuu.

•Of tuffachuu.

•Wareegama kanfaluu sodaachuu.

•Dhugaa jireenyaafi addunyaa wallaaluu.
----------------------------------------------
Wantoonni kunniin namni akka hin milkoofneef namaafi milkaa‟ina
isaa gidduutti dallaa warra ijaaranidha. Namoota dallaa kana cabsantu
milkaa‟ee jiruu bareedaa arga. Warri harka laate immoo osoo iddoo
yaade hin gahin karaatti hafa.

Kaayyoo ofiif kutannoofi jabina godhatanii, gufuu kanneen irra
tarkaanfachuun nama milkeessa.
Odeeffannoo Dabalataa Argachuu link kana tuqaa
👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎
http://app.awashjobs.com/waan-gaari-tae-hojjedhu/

Address

12345
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ermi023 brave posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share