25/09/2020
Warroonni Alaabaa oromoo Barbaaddan Nu Qunnamaa Eeddoo jirtanitti Gatii madaalawaan isinii ergina.switherland fi nannawa
Alaaba Oromo ibsiitu dukkanaa,
Guyya sii dhabbannee gabruummarraa baanaa.❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Kumnilee du'u, kan hafeen si dhaabnaa,
Du'arraa hin deebinuu, tarreerra dhabbanaa.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Alaaba Oromo ibsiitu dukkanaa,
Guyya sii dhabbannee gabruummarraa baanaa.❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Dhigaan sifacaasaa, lafeen sibobeessaa,
Oromiyarratti, gad sumaan dhaabsisaa.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Alaaba Oromo ibsiitu dukkanaa,
Guyya sii dhabbannee gabruummarraa baanaa.❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Dhiira dhalaa keenya, bakkumaa jiiranii,
Gadi sidhaabuu jecha, ibiddaan dhumanii.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Alaaba Oromo ibsiitu dukkanaa,
Guyya sii dhabbannee gabruummarraa baanaa.❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Sii dhaabannee bullaa, guyya tokko taatulee,
Guyyaan sun nii dhufaa, hangam yoo turellee.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Alaaba Oromo ibsiitu dukkanaa,
Guyya sii dhabbannee gabruummarraa baanaa.❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Asxaa sirna haarayaa, abdii walaabummaa,
Dhiigaan gad si dhaabnaa, yaa faajjii tokkummaa.❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Alaaba Oromo ibsiitu dukkanaa,
Guyya sii dhabbannee gabruummarraa baanaa.❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Balali'uuf teessaa, atiis tarree galtee
Mallattoo mootummaa Oromiyaa taatee.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Balali'uuf teessaa, atiis tarree galtee
Mallattoo mootummaa Oromiyaa taatee.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Alaaba Oromo ibsiitu dukkanaa,
Guyya sii dhabbannee gabruummarraa baanaa.❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Dhiibnee ol sii kaassaa, dhifteeto mullataa,
Alaabaa dhugaatiif bodee nii dhabataa.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Alaaba Oromo ibsiitu dukkanaa,
Guyya sii dhabbannee gabruummarraa baanaa.❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
imperialism