Abdulwasi mohammad kemal official

Abdulwasi mohammad kemal official my name is abdulwasi mohammad kemal
ihave learned and acquired first degree by markating and management at dire dawa University

09/29/2025

Akka abaluutiin tahaan boquu nama cabsa

09/14/2025

Osoo hin hubatin qubaa hin gubatin

08/15/2025

Addunyaa tanarraa wanti sheeyxaanni akkaan jaalatu yoo jiraate bultii diigamte

08/15/2025

Nama maalummaa jaalalaa beeku qofaaf himi waahee jaalalaa

05/16/2025

warreen channala kiyyaaf haaraya taatan subscribe like share naaf godhaa Ibsa Ijjannoo Kongirasii Fed...

05/01/2025

Hojii malee jiraachuun diinii keenyaan dhoorkamaa

04/04/2025
04/04/2025

Qormaatni hedduun mudatus biyyi keenya wareegama ijoollee goota isheetiin baroota darban ni injifatti.
Letenaant Jeneraal Solomoon Itefaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Federaalaa Amajjii 26, 2017 Ajajaan Ajaja Kibbaa Letenaal Jeneraal Solomoon Itefaa fi hoggantoonni olaanoo Ajaja Kibbaa adeemsa leenjii qondaaltota xixiqqaa fi hoggantoota dandeettii hunda galeessa Raayyaa Ittisa Biyyaa tokkoo guddisuuf leenjifamaa jiran ilaalaniiru.

Letenaant Jeneraal Solomoon Ittefaa akka jedhanitti, daba shororkeessummaa fi sababoota birootiin biyyoonni hedduun wal qoqqoodamuu isaanii argineerra; Qormaatni biyyi keenya mudatus wareegama ilmaan gootota ishee kaffaluun yeroo kana ni injifti jedhaniiru.

Qabsoo seena qabeessa kana itti fufsiisuuf beekumsaa fi dandeettii leenjii fi muuxxannoon argame horachuudhaan abbaa biyyummaa fi tokkummaa biyya keenyaa kunuunsuun dhaloota dhufuuf dabarsuu irratti hojjechuun akka irraa eegamu leenjifamtoonni kun ibsaniiru.

Hafuurri injifannoo fi dandeettiin leenjii walitti fufiinsa qabuun argamuus sababa waraanni keenya yeroo hunda gara jabeeyyii tokkummaa ummata keenyaa diiguuf shira xaxan irratti cimee akka ta’e hubachiisaniiru.

Jeneraal Mekonnu akka jedhanitti waraanni fi leenjiin keenya qarshii tokkoo gama lama addaan hin baane. Haala biyyoolessaa fi ariifachiisaa yeroo ammaa kana ilaalchisee, sammuu fi qaamaan hoggantoota bakka bu’ummaa uumuu fi humneessuun injifannoo fi milkaa’ina guddaaf bu’uura ta’uu ibsaniiru.

Qondaaltonni xixiqqaa yeroo ammaa leenjii isaanii fudhachaa jiran kunneen leenjii fudhachaa jiraniin dirqama kamiyyuu bu’a qabeessa ta’een raawwachuuf dandeettii gahaa horachaa jiraachuu himan.

Gabaasaa Feyisa Melkamuu
Suuraa kan kaase Feyisa Melkamuuti

Raayyaa Ittisa Itoophiyaa YouTube
https://youtube.com/-9629?si=Av-sDKCopw1FfTW2 irratti kan argamu ta'uu ibsameera

Raayyaa Ittisa Federaalaa Telegram
https://t.me/+E_EOiTY9eq85ODI0 irratti kan argamu

Raayyaa Ittisa Federaalaa Facebook
https://www.facebook

Ameerikaan odeeffannoo hogganaa guddaa Taalibaan Sirajuddin Haqqani to’annoo jala oolchuuf nama geessu doolaara miiliyoo...
03/25/2025

Ameerikaan odeeffannoo hogganaa guddaa Taalibaan Sirajuddin Haqqani to’annoo jala oolchuuf nama geessu doolaara miiliyoona 10 badhaasa kennuu ishee kaafte jechuun dubbi himaan ministeera biyya keessaa Afgaanistaan ​​Dilbata darbe ibsaniiru.

The United States has lifted a $10 million reward offer for information leading to the arrest of a major Taliban leader, Sirajuddin Haqqani, an Afghan interior ministry spokesperson said on Saturday.

  ❤️🇪🇹 💙🇪🇹  for watch more 👆👆👆👆.                                                     ❤️ ✍️█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭...
03/17/2025

❤️🇪🇹
💙🇪🇹

for watch more 👆👆👆👆.










❤️
✍️
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

Address

Dirre Dawa
Edmonton, AB

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdulwasi mohammad kemal official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdulwasi mohammad kemal official:

Featured

Share