Bamsii Bey

Bamsii Bey Odeeffannoo Muslimoota Biyyoota Garagaraa Tamsaasa.

12/10/2022

Oduu Addaa

Hangafni Juuntaa Debretsihion maqaa Maree Nageenyaa(Diridirii) jedhuun Afriikaa Kibbaa deemee achumaan ammoo Ameerikaa galuuf jedhee "PassPort" sobaa qophaafatee akka jiru Pirezedaantiin Keeniyaa duraanii Uhuruu Keeniyaataan dubataniiru!

Ameerikaan Araaraa fi nagaa yaaddee osoo hin taane shoroorkeessitootaan Haala mijeessuu akka ta'e ragaan kanaa olii hin jiru!

Tarkaanfiin Ittuma fufuu qaba❗

Uhuruu Keeniyaataaf galatatu malaaf.

12/10/2022

-seera!!

Gatiin dollara seeran alaa gabayaa gurraacha irratti dollara tokko qarshii 115 sharafamaa ture tarkaanfii guyyoota lameen darbe keessa fudhatameen qarshii 55 gadi bu'ee jira.

Tarkaanfiin kuni itti fufuu qaba!!

12/10/2022

Al aqsatti sittin fakkaatin.

Mooraa Yunivarsiitii JIMMAA ABBAAJIFAARITTI:-Salaata jama'aa barattoota qormaata seensa Yunivarsiitii kutaa 12'ffaa fudhachuuf mooraa seenaniiti.

ALLAHU AKUBAR!

12/10/2022
12/10/2022

Akkam Bultan yaa 70

17/09/2022

KAAYYOO...
Ati geggeessa keenya gorsa dinagdee yoo taatellee, mucaankee garuu warqeef meeti(Birri) keessa kam akka caalu adda baasee hin beeku jedhani namoonni baayyee itti kolfan, abban muca baayyee aaree manatti galee, halkan mucaasatti saantima warqeef meeti itti agarsiisee kamtu caala jedheen. Mucaanis deebisee "warqeedhaka" jedheen. Abban amma xinno tasgabaa'ee, maafiree namoonnii mucaanke adda baasu hin danda'u kan naan jedhaniif jedheen. Mucaan seeqa akkas jedhee deebiseef "ilaa abbaako yeroo hunda ganama ganama gara mana barumsa yeroon deemuu hiriyoonni ke karaarratti na eegani saantima warqee fi meeti natti agarsiisani isa gudda filadhuuti fudhu naan jedhuu animmo santima meetiin fudhee deema isa booda isaanimmo baayyee natti kolfu" jedhe. Abbaatti bita galee maaf warqee hin fuune? maaf nama na arrabsiifta? jedhee mucaatti wace. Mucaanis "afachu abba kottu sittin agarsiisa" jedhee kutaa ciisichaasatti geessee sireesa jala saanduqa xinno tokko fuudhee gaafanni banu santimmi baayyeen keessa guute jira. Agartee utuun warqee fuudhee taphichi hin dhaabataa. isaan natti kolfuuf yeroo hunda filii fudhu naan jedhuu, animmo isa xinnaan fuudha, yeroos galiiko guyya guyyaanin argadha jedhe. abban yaada mucaasaati baayyee dinqisiifate!.
Kaayyoof karoora ke bira hamma geessutti namoonni akka gowwaatti si ilaalu danda'u, sitti kolfuus danda'u. Kan sirraa eegamu qaxalee akka taate agarsiisu miti. kaayyoof karoorake dura galchitii... bor eenyu akka taate itti agarsiifta!

Miiltoo waarii 👈add+ friend👬...🙏
to next

06/09/2022

Rabbiin Gammachuu malee Gadda isinirraa haa qabu. Yaadaa fi Muraada keessan isiniif haa guutu🤲 Ergamaa Kenyaa qalii irratii Salawataa busaa Umataa (Nabii Mohamed)

06/09/2022

Address

19/5/1989
Abu Dhabi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bamsii Bey posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share