Gubaa garoo

Gubaa garoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gubaa garoo, Shopping & retail, Yama, Dar Sa`d.

27/06/2026

Waliin Oromia Media Network – Reefu akka leellistoota olaanoo isaanii keessaa tokko ta'etti beekamtii argadhe!

❌ WAY OROMOOKalee nama qabanaaf waan hunda dubbannee hojiin agarsiifne Jenne gaafa xiqqo nurraa baldhatte πŸ™„πŸ™„Garuu wanni ...
26/06/2026

❌ WAY OROMOO

Kalee nama qabanaaf waan hunda dubbannee hojiin agarsiifne Jenne gaafa xiqqo nurraa baldhatte πŸ™„πŸ™„

Garuu wanni beekuu qabnu nuun gaafa San daawwataa ykn dhokataa πŸ‘
Jalattee jibbitee akkas Nan sobee?
Warroonni kaleessa lafeen cabanii lubbuu ofii dhabanii nu jiraachisuuf jecha biyyee uffatan ganaa lama hin deebi'an
Nuti garuu akka waan isaan deebi'aniitti harka marannee taa'aa jiraa?

Walloon dur diinaaf likkii agarsiisu
Hardha Sana dhabee akkamiin callisu.
Arsii San turee waan dalagu hunda hojiin agarsiisa.
Baleen lafa gootaa wannin wallaalamee inumaa saalfiidhaaf biiroo sobaa taate. πŸ€”πŸ€”

βœ… DHAAMOLEMee waayee gurraa dhaamolee waan takka takka haa laalluuGuraan dhaamolee maal jalqaba πŸ€”Seenaan isii hoo maal f...
25/06/2026

βœ… DHAAMOLE
Mee waayee gurraa dhaamolee waan takka takka haa laalluu
Guraan dhaamolee maal jalqaba πŸ€”
Seenaan isii hoo maal fakkaata
Maaliif Seenaan isii dhokate πŸ€”

1. Akka an yaadutti πŸ™„πŸ™„
Biyya xiqqoodha ykn
2. Waliigaltee hin qata'a.
3, walitti waanyan.
4, nama barate hin qabne ykn Kan barate maqaaf barate.
5, biyyaaf quuqama hin qaban.
6, yaada isaanii bahachuuf sodaa qaban.

Akka wanni tokko tokko mudhatutti miidhama qaban
Garuu Maalif haga hardhaatti hamni waayee isaanii hin dubbanne
Isaan hoo Maalif hin dubbanne?
πŸ’ͺ Tarii waan dhufu hundaaf human gahaa qabu ta'uu mala

Mee ati waan irraa beeytan barreessaa
Dogoggora kiyya na hoof kalchaaπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ’ͺ

Address

Yama
Dar Sa`d

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gubaa garoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share