Alii kesim

Alii kesim Add to your bio

 !!!
05/31/2025

!!!

Miliyoona 1n (1,000,000) kitaaba “Hiigaa”Umrii nuuf dheeradhu adeeroo 🥳✊❤️Kitaaba HHIIGAA1 qarshii miliyoona 1n bi ee ji...
02/26/2024

Miliyoona 1n (1,000,000) kitaaba “Hiigaa”
Umrii nuuf dheeradhu adeeroo 🥳✊❤️

Kitaaba HHIIGAA1 qarshii miliyoona 1n bi ee jira adeeroo yaadataan. kanaa oltu siin mala Habibi hedduu itti dadhabdee .

Bakki kun_______dha. Nama tilmaamee like homaatuu hin argannetu kaardii bilbilaa abbaa qarshii 500 badhaafama.
02/08/2024

Bakki kun_______dha.

Nama tilmaamee like homaatuu hin argannetu kaardii bilbilaa abbaa qarshii 500 badhaafama.

👑yeroo jalqabaatiif qaamaan akkatti wal garree waliin taphanne  nama khana jacha tokkoon ibsi yoo ja’amte maal jattee ib...
08/20/2023

👑yeroo jalqabaatiif qaamaan akkatti wal garree waliin taphanne nama khana jacha tokkoon ibsi yoo ja’amte maal jattee ibsita oromoo bashaasha namaa jachuun isa yoo agarte siif gala halkan jum’aa halkan filatamaa🥰✌️
……………….,……………..,.,.,,,,,,….

Moonerra Design filannoo keessan haa tahu yeroo mara

Kennaa kabajaa keessaaniif Ulfaadhaa Kabaja namummaa argadhaa,Warri namaaf kabaja qabu,gatii namaa beeku  hundumti  kees...
02/05/2023

Kennaa kabajaa keessaaniif Ulfaadhaa Kabaja namummaa argadhaa,

Warri namaaf kabaja qabu,gatii namaa beeku hundumti keessan,!🙏

OLuma!❤️ 🦁

https://vm.tiktok.com/ZMYFCorkh/

  utubaa diinagdee oromiyaatiCunqursaan jimaa irratti deemaa jirtu Akka dhaabattu
01/21/2023

utubaa diinagdee oromiyaati
Cunqursaan jimaa irratti deemaa jirtu Akka dhaabattu

12/18/2022
Jawar Mohammed nama yeroo jalqabaaf Alaabaa Oromoo lamaan gaara guddicha Afrikaa Kilimanjaaroo gubbaa baase.. Seenaadha ...
12/17/2022

Jawar Mohammed nama yeroo jalqabaaf Alaabaa Oromoo lamaan gaara guddicha Afrikaa Kilimanjaaroo gubbaa baase.. Seenaadha kuni..!
Always proud of you and what you do for your people.. Very soon We will surely reach where we aim with our people behind us.
Guutu turtii isaa kunooti👉https://is.gd/YAIQsT

12/07/2022

❣️
Gammachuun teessan Gammachuu teenyaa baga nuuf jaaramtaan
-!!!

Bulttii qacceelloo

Ta namuu hawwuu

Rabbiin imaanaan isiin

Haa badhaasuu

Horaa bulaa

Aarrii filladha

Address

New York, FL

Telephone

+251983342940

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alii kesim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share