24/04/2026
mucaan kun dargaggeessa yeroo rakkooti
dhugumatt nama gargaaramuu qabu waan
ta'eef bira haa dhaabbannuu!!!!!!! Abbaa isaa
rabbiin fayyaan maatii isaatti haa dabalu jedhaa
du'aayii godhaafii!!!!!