Mohammed Abdenur

Mohammed Abdenur Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mohammed Abdenur, Shopping & retail, Jimma.

12/08/2025
    Buufata xiyyaaraa haaraa naannoo magaalaa bishooftuutti Doolaara biiliyoona 10  (qarshii tiriliyoona 1.4) ijaarsisuu...
12/08/2025



Buufata xiyyaaraa haaraa naannoo magaalaa bishooftuutti Doolaara biiliyoona 10 (qarshii tiriliyoona 1.4) ijaarsisuuf baankii misooma afriikaa woliin wolii galtee faayinaansii mallatteesse‼️

👉Pirojektichi lafa heektaara 3,975 irratti kan ijaaramu yoo ta’u, waggaatti imaltoota miiliyoona 100 ni qabata jedhamee eegama. Pirojektiin guddaan kun baabura ammayyaa saffisa olaanaa kan of keessatti hammate yoo ta’u, daqiiqaa 12 keessatti finfinnee fi buufata xiyyaaraa kan walqunnamsiisu ta’a.

👉𝐁𝐮𝐮𝐟𝐚𝐭𝐧𝐢 xiyyaaraa kun yeroo xumuramu galii amma Daandii Qilleensaa 𝐈𝐭𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚 dachaa sadii dabaluudhaan waggaatti Doolaara biiliyoona 25 (birrii tiriliyoona 3.5) ni taasisa.

12/08/2025
12/08/2025

ኢትዮጵያውያን ሲተባበሩ ተአምር እንደሚሠሩ ዛሬ ዳግም ታይቷል።

"በመትከል ማንሠራራት" በሚል መሪ ቃል ፣ በአንድ ቀን 700 ሚልዮን ዛፎችን ለመትከል ያቀድነው ዕቅድ ከታሰበው በላይ ተሳክቷል።
አመራሮችና ሠራተኞች፣ የግልና የመንግሥት ተቋማት፣ ኤምባሲዎች እና ዓለም አቀፍ ድርጅቶች፣ ሕጻናት፣ ወጣቶች፣ ጎልማሶች፣ አረጋውያን፣ ወንዶችና ሴቶች ለአረንጓዴ ዐሻራ፣ ዛሬ በማለዳ፣ ከወፎች ቀድመው ወጥተዋል።

አረንጓዴ ዐሻራ የኢትዮጵያውያን ባህል እየሆነ ነው። የኢትዮጵያን መልክም እየቀየረ ነው። የኢትዮጵያን ታሪክም እየቀየረ ነው። የዓለምንም መልክ እየቀየረ ነው።

ይሄንን ተልዕኮ የሚያስተባብሩትን፣ ጥሪያችንን ሰምተው ወጥተው የተከሉትን ሁሉ እናመሰግናለን። ኢትዮጵያውያን ፣ ትውልደ ኢትዮጵያውያን እና የውጭ ዜጎች በብዛት እና በምልዐት ስላደረጉት ተሳትፎ በኢትዮጵያ ስም እናመሰግናለን።

መትከል ለልጆቻችን ጥላ መዘርጋት ነው!

Itoophiyaanonni yoo walta'an ajaa'iba hojjechuu akka danda'an har'as irra deebiidhaan mul'ateera.

Yaada ijoo "Dhaabuudhaan Bayyanachuu" jedhuun karoorri guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miliyoona 700 daabuuf karoorfanne isa yaadamee ol milkaa'eera.
Hooggantoonnifi hojjettoonni, dhaabbileen dhuunfaafi mootummaa, embaasiiwwaniifi dhaabbileen idil-addunyaa, daa'imman, dargaggoonni, gaheessonni, maannguddoonni, dhiironniifi dubartoonni har'a barii Ashaaraa Magariisaaf simbirroowwan dursanii bahaniiru.

Ashaaraan Magariisaa aadaa Itoophiyaanotaa ta'aa jira. Bifa Itoophiyaas jijjiiraa jira. Seenaa Itoophiyaas jijjiiraa jira. Bifa addunyaas jijjiiraa jira.

Warra ergama kana qindeessan, kanneen waamicha keenya dhagahanii bahanii dhaaban hunda ni galateeffanna. Itoophiyaanonni, dhalooteen Itoophiyaafi lammiileen biyya alaa hirmaannaa baay'inaafi guutummaatti taasisaniif maqaa Itoophiyaatiin ni galateeffanna.

Dhaabuun ilmaan keenyaaf dibaabee diriirsuudha!

12/08/2025
12/08/2025
12/08/2025
12/08/2025

Address

Jimma

Telephone

+251938666227

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Abdenur posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mohammed Abdenur:

Share