Haadha ofii

Haadha ofii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Haadha ofii, Antiques shop, Oromiyaa, Itaya.

21/09/2025

Waan irraa baratamuu qabuudha🌿

"Namni Kamiyyuu Dubbisuu Qaba
================-
Guyyaa Tokko Hiriyyoota Saditu Jireenya Isaanii Fooyyeffachuuf Baadiyyaa Irraa Gala Magaalaa Adeemuuf Ka'an Osoo Adeemaa Jiranii Baay'ee Beelli Itti Ammaate.

Boqochuuf Jedhanii Gara Caakkaa Tokkootti Yeroo Goran Maallaqa Shaanxaa Guutuu Argatan Isa Booda Baay'ee Waan Beela'aniif Hiriyaa Isaanii Isa Tokko Nyaata Bitee Akka Deebi'uuf Gara Magaalaatti Isa Ergan Inni Immoo Maallaqa Kana Nyaatan Bitutti Qoricha Godhee Isaan Lamaan Fixeen Maallaqicha Kophaa Koo Fudhadha Jedhee Murteesse.

Isa Booda Akkuma Jedhe Qoricha Itti Godhee Gara Isaaniitti Deemsa Eegale Hiriyyoonni Isaa Lamaan Hafan Maalif Isa Ajjeesnee Maallaqa Kana Adda Hin Irannu Jedhanii Isa Ajjeesuuf Murteessan Iriyyaan Isaanii Inni Nyaata Bituu Deeme Deebi:ee Yemmuu Isaan Bira Ga'u Dha'anii Ajjeesan Isaanis Nyaaticha Nyaannee Gara Manaatti Deebina Jedhanii Akkuma Nyaachuu Eegalaniin Achumaan Walirra Ciciisanii Hafan .
==============
Obboloota Koo Waan Arra Mullatee Boru Baduuf Jecha Meeqan Keenyatu Walii Keenya Dabarsee Kennaa Jira Laata?
Waan Facaafne Akka Haammannu Dagachuu Hin Qabnu.
➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin!

➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι

sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ

01/09/2025

Of Eeggannoo Humni Raayyaa Ittisa Biyyaa gara Oromiyaa Kibbaatti Baayinni Konkolaataa Otobisii 20 fi paatirooliin 2 har'a naannoo sa'aatii 11 irratti Shaamannee darbiteerti. Ummanni oromoo fi Qabsaa'onnis of eeggadhaan dhaamsa kooti.

19/08/2025
Mindaan dabalame:- 1 kiraan manaa dabale. 2 Tax,n dabale. 3 geejjibni dabale.  4 qaala'iinsi gabaa dabale ..... Mee maal...
19/08/2025

Mindaan dabalame:- 1 kiraan manaa dabale. 2 Tax,n dabale. 3 geejjibni dabale. 4 qaala'iinsi gabaa dabale ..... Mee maalumatu nuuf dabalame??

Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii Salphisuuf ejjennoo qaba- Obbo Ahimad Shidee

Finfinnee, Hagayya 12, 2017 (FMC) – Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii salphisuuf ejjennoo qabachuun hojjechaa jira jedhan Ministitrri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen.

Ministeerri Maallaqaa Tajaajila Mootummaa fi Riifoormii Bulchiinsaa gara hojitti galchuu isaan Komishinii Siviil Sarviisii Itiyoophiyaa irraa beekamtiin kennameefira.

Obbo Ahimad Shideen wayita kanatti ,riifoormii mootummaan waggoottan darban gaggeesseen bu’aan qabatamaan argameera jedhan.

keessattuu riifoormiin fooyyeessii diinagdee gooroon taasifamee sharafa alaa guddisuu fi diinagdee daddamaqsuu keessatti gahee olaanaa bahachuu dubbataniiru.

Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii salphisuuf murannoon ejjennoo qabatee hojjechaa jiraachuu eeruun, fooyyeessiin Baatii Fulbaanaarraa eegale hojiirra ooluu kunis argasiistuu ta’uu kaasaniiru.

Komishinarri Komishinii Siviil Sarviisii Itiyoophiyaa Dooktar Makuriyaa Hayilee gamasaaniin, dhaabbiilee fi Gurmaa’insa Mootummaa ammayyeessuun humna namaa ogummaa fi namuusaan gahoome horachuun hawaasaaf tajaajila si’aataa fi bu’a qabeessa kennuuf riifoormiin garaagaraa gaggeeffamaa jira jedhan.

Riifoormichi Ministeera maalllaqaa dabalatee dhaabbilee saddeet keessatti hojiirra oolaa turuu yaadachiisaniiru.

Dhaabbilee kanneen keessaa Ministeerri Maallaqaa qophii haal duree xumuruun guutummaan guutuutti hojiirra oolchuu isaaf dinqisifataniiru.

Hojjettoota Mootummaa miiliyoona 3.3 ‘f fooyyeessii miindaa gochuuf Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 60 kan barbaachiisu ta’uu himuun, kunis murannoo Mootummaa ifatti kan mul’isuudha jedhan.

Hojjettoonni mootummaa hojii isaanii kara bu’a qabeessa ta’een raawwachuun guddina biyyaaf gahee isaanii akka bahatan gaafachuu TOI gabaaseera.



Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

17/08/2025
Rabbi dhugaa haa baasu
17/08/2025

Rabbi dhugaa haa baasu

Hojjattoota Baankii hojii gamtaa Oromiyaati. Aanaa Walmaraa magaalaa Muloo irraa qarshii fuudhanii osoo gara Damee giddu galeessaa geessanii daandii irratti a**eefamani. namni hedduun akkuma amala isaa kanas fuudhee siyaasumatti maxxansa. gochi kun saamicha dha. karaa argannaan qaamni qarshii hin saamne hin jiru. kanaafuu kun waan ololaan bira darbamu osoo hin taane qorannoo bal'aa gaafata. Hojjattootaa fi hoji geggeessitoota Baankii Hojii gamtaa Oromiyaa kan damee Magaalaa Muloo hanga Damee Guddichaatti, konkolaachisaa hanga 'Ajjaabii'tti sirriitti qoratamuu barbaachisa.

Warra lubbuun darbe biyyeen itti haa salphatu. Maatiif firoota maraaf jajjabina haa laatu!

11/08/2025
As Wr Wb? akkam Nagaa Jirtuu Ani Siinxoo Korreeti mee imo kanarratti naaf deebisi
10/08/2025

As Wr Wb? akkam Nagaa Jirtuu Ani Siinxoo Korreeti mee imo kanarratti naaf deebisi

Address

Oromiyaa
Itaya

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Haadha ofii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category