Gadaa Furniture

Gadaa Furniture Meeshaa qulqullina qabu lixa Wallaggaa hanga Buraayyuutti waddeessaa irraa hojjennee ni dhiyeessina. like share fi follow gochuun dhiyeessii keenya fayyadamaa!

Teessoon Burayu Marami humna ibsaa fuuldura kilinika Dr Lammii cina daandii asphaaltii guddaa Maariyaamii irraa gara dirree geessu irra 0977184580 https://t.me/joinchat/WWFvou8rsRHGgcE8

19/04/2026

Nagaa, Jaalalaa fi tokkummaa waaqayyo nuuf haa kennu. Arsenalifis moo'icha!

15/04/2026

Ogeessa rifeensa dhiiraa sirreessu nama 2 barbaanna
Bakki Buraayyuu
0913168614

Nu qofa maaf mataan nu dhukkubaree. Ishoo warra shaashee wal haa jajjabeessinu.
13/04/2026

Nu qofa maaf mataan nu dhukkubaree. Ishoo warra shaashee wal haa jajjabeessinu.

12/04/2026

Baga geessan warri mandii, Oromiyaa fi amantoota maraa!
Yesuus du'aa kaheera!

Akkasitti mataa nurraa buqqaafte jarri.
11/04/2026

Akkasitti mataa nurraa buqqaafte jarri.

Ameen.
11/04/2026

Ameen.

11/04/2026

Raajota sobduu fi Arsenal faana gubanne barana.

11/04/2026

Gori jalaa jette faarfataan tokko.
City n dhufaa jiraa Arse maladhu atis.

Nutis isin faana gubanne.Isin illee miindaa bareedaa nyaachaayyuu jirtu nutu afaan qullaa du'e malee.
11/04/2026

Nutis isin faana gubanne.
Isin illee miindaa bareedaa nyaachaayyuu jirtu nutu afaan qullaa du'e malee.

08/04/2026
04/04/2026

Tsaratsiyoon kaaree meetira 280
kaartaan dijitaaliidha
bishaan fi ibsaa qaba.
saaloni tokkoof manyeetaa lama
shaworii fi mana fincaanii keessaa fi alatti qaba. kiichin kaabineetii fi quum-saaxinii standard isaa eeggate qaba.
alarraa kan kireeffamu Saalonii tokkoof mana ciisichaa tokko ta'e ammas kan biraa kutaa tokko qaba.
lafa duwwaan immoo kaaree meetira 100 kan ta'e fooqii itti ijaaruuf kan hafeedha.
gatiin isaa qarshii miliyoona kudhan (10,000,000 ),
Carraa gaarii!!
Bakki argamaa Buraayyuu
Namoonni mana, bitachuufis tahe gurgurachuuf, konkolaataa bitachuufi tahe gurgurachuuf akkasumas kireeffachuufis tahe kireessuuf yoo barbaaddan nu quunnamaa.
Amanamummaan isin keessummeessina.
Abbaa manaa fi abbaa konkolaataas ta'aa!
Bilbila 0913168614
Telegram

Address

Buraayyuu, Oromiyaa
Addis Ababa
OROMIA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadaa Furniture posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gadaa Furniture:

Share