Mame piano

Mame piano Ican say that you have any questions please

26/04/2023
30/03/2022
Bayyee natti tolee ittin ebifamaa egaa
28/12/2021

Bayyee natti tolee ittin ebifamaa egaa

Har’a ergaa tokko siif qooduun barbaada Dubbisii darbi.

Yeroo darbe mana hiriyaakoo tokko deemeen waan guddaa baradhee gale.akka carraa ta’ee utuu mana teenyuu mucaan isaa mana keessa olii gadi fiigee taphata ture. Daa’ima hamaaf gaarii gar gar baasee hin beekiin waan ta’eef Yeroo taphatu waan baay’ee balleessa. Yoo barbaade soofaa irratti ol bahee fiiga, yoo barbaade abaaboo mana bareechuudhaaf bitamee taa’u fuudhee gad darbata.

Kana gidduutti haati isaa maqaa nama mararu tokkoon waamtee dheekkamsa jaalalaan guute tokko itti dheekkamtee “Biqoo akka mucaan kun na iyyisiisu argitaa” naan jette.kana gidduutti abbaan manaa ishii akkas jedhe “ dheengadda immoo harka ishii garmalee ciniine” jedhee natti hime.

Anis deebiseen “gaafa inni si ciniinu in rukutteeree” jedheen gaafadhe. Ishiinimmoo deebistee “lakki anoo hin rukunne, boo’een dhiise, YEROON ISA RUKUTUUF KA’U ISA GAAFA INNI DHALATUUN YAADADHA “ naan jette.
Jechi kun waan guddaa tokko na yaadachiise.

Haati kun Nama taatee erga dhala isheef akkas garaa laaftee Waaqayyo abbaan keenya immoo hammam garaa nuuf haa laafuree? Waan baay’ee balleessaa oolla, Karaa irraa ka’achaa oolla. Waaqayyo garuu garaa jabaatee nun balleessine,CINIINSUU ILMI ISAA FANNOO GUBBAATTI CINIINSIFATE FI DHIIGA ISAA yaadatee nu jiraachisaa jira.

Dhugumaan kan nu jiraachise jabina keenya, qulqullummaa keenya, hojii keenya isa gaarii utuu hin taane Araara waaqayyooti. ....Warri kun isinitti tole Waaqayyoon galateeffadhaa, hiriyoota keessaniifis share taasisaa. Galatoomaa!

https://youtube.com/channel/UCPTlQ6dbB-n2wGHEBlvcw1A

Piano simbol
07/10/2021

Piano simbol

19/09/2021

everything ....

19/06/2020

Address

Oromiya
Addis Ababa

Telephone

+251919558834

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mame piano posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mame piano:

Share