Meecaa fi Tullamaa group

Meecaa fi Tullamaa group Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Meecaa fi Tullamaa group, Shopping & retail, Addis Ababa.

Itiyoopiyaan sadarkaa tokko dhukaafamuu ishee agarsisuu komaandoota biyya Alaa fi keessaatiin leenjiisaa turtee MMDr.Abi...
12/08/2023

Itiyoopiyaan sadarkaa tokko dhukaafamuu ishee agarsisuu komaandoota biyya Alaa fi keessaatiin leenjiisaa turtee MMDr.Abiyiitiin ebbifamuu isaaniitiin abdii horannee jira. Kanaafuu, xarafaa xarafaatti eenyuuyyuu hata'uu namoota leenjiisaa jiran funaanuudhaan bittinneessuun waa'ee hojii leenjiisuu naannoolee 13 qabnuu keessatti dhooysaan dahoodhaan iddoo maqxuu barbaaduun leenjisaa jiran fi gara fuula duraaf leenjisuuf karoora qaban hunda sakattaa'uun roga afreenuu to'achuun kibbaan hanga daangaa keniyaatti, lixaatti sudaan kibbaatti gama lixaatti sudaan kaabaatti fi kaabaatti hanga eritiriyaatti gurmuun tokko illee leenjii waraanaa akka hin gaggeessinee to'annoo cimaa godhamuu qaba. To'annoon kun baay'ee laafaa waan ta'eef leenjiin bakkayyuu taasifamaa tureen biyyatti hunda keessatti namootni Aggatamaa qarshii itti gaafatamaa kan jiru fi warra qarshii hingalchiin bulchootaarraa kaasee ajjeefamaa jira. To'annoon waan laafeef finxaaleeyyiin baay'inaan omishamtee yeroo ammaa raayyaa biyya keenyaatiif qormaata ykn hojii addaa itti ta'e kan jiru. Kanaafuu, kun % 100 ol sirraa'uu qaba. Leenjii to'achuun fi bittineessuun hojii % 70 ol hojjatamuu agarsisaa. % 30 haftee tarkaanfii fudhatamuun kan qulqullaa'u ta'a jechuudhaan yaada ebbaa komaandoo har'a gaggeefameerratti qabu kana itti fayyadamaa.

ፋኖ ፈረጠጠ በሩጫ የሚደርስባቸው ጠፋ። ከመፈርጠጥ መሣሪያችሁን አስረክባችሁ ወደ ግብርናችሁ ለምድነው የማትገቡት?
10/08/2023

ፋኖ ፈረጠጠ በሩጫ የሚደርስባቸው ጠፋ። ከመፈርጠጥ መሣሪያችሁን አስረክባችሁ ወደ ግብርናችሁ ለምድነው የማትገቡት?



Hoogganaan garee faannoo 4Kiiloo galuuf dhaadachaa ture magaalaa keessatti harka kennateera.

Waaw waaw wandii akkanaattiin si beekaa Magaalaan Teeyfee bishaan qulqulluu bonoodhaan dhuguu dandeessisee jira. Obbo ku...
09/08/2023

Waaw waaw wandii akkanaattiin si beekaa Magaalaan Teeyfee bishaan qulqulluu bonoodhaan dhuguu dandeessisee jira. Obbo kunuuz Itti Gaafatama Bishaani Godinaa har'a sadarkaa bishaan M.Teeyfee Tv OBN tiin ibsa yeroo kennan dhagawuu kootiin gammachuu guddaa naatti dhagahaamee Facebook tiin ibsadheera isiniif haqaqqabuu. Yeroo dheeraaf Rakkoo Bulchiinsa Gaarii ta'e gabaafamaa turedha. Mootummaa Oromiyaa tiif galanni hagawuun jadha.

08/08/2023

Becoming successful in your own business requires dedication, hard work, and a strategic approach. Here are some key steps to help you on your journey to entrepreneurial success: Identify Your Passion and Purpose: Choose a business idea that aligns with your passion and interests. When you are genui...

08/08/2023

07/08/2023
31/07/2023

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Meecaa fi Tullamaa group posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share