Abbichuu Abba mala

Abbichuu Abba mala Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abbichuu Abba mala, Shopping & retail, Addis Ababa.

28/05/2026
26/05/2026

Eid Mubarak!!
Hordoftoota Amantaa Muslimaa maraaf
Baga Ayyaana Eid al-adha Bara 1447tiin isin gahe!
Nuun Gahe!
Warra Baranaa kan Bara Hedduu!
Ayyaana gaarii!

ለመላው እስልምና እምነት ተከታዮች በሙሉ
እንኳን ለ1447ኛው ኢድ አል አድሃ በዓል በሰላም አደረሳችሁ! አደረሰን።
መልካም በዓል!

Iid Mubaarak🕌🕋
ኢድ ሙባረክ 🕌🕋
Eid Mubarek 🕌🕋

19/05/2026
Self Concept Phrases Vocabulary lesson in Oromo language. Part -1Please follow like share comment
15/05/2026

Self Concept Phrases Vocabulary lesson in Oromo language. Part -1
Please follow like share comment

ታሪካዊውን ወዳጅነት የሚያድስ ስጦታበኢትዮጵያ እና በፈረንሳይ መካከል ያለውን ታሪካዊና ስትራቴጂካዊ ግንኙነት ይበልጥ የሚያጠናክሩ የዲፕሎማሲ ስራዎች ተጠናክረው ቀጥለዋል።​ጠቅላይ ሚኒስትር ዐ...
13/05/2026

ታሪካዊውን ወዳጅነት የሚያድስ ስጦታ

በኢትዮጵያ እና በፈረንሳይ መካከል ያለውን ታሪካዊና ስትራቴጂካዊ ግንኙነት ይበልጥ የሚያጠናክሩ የዲፕሎማሲ ስራዎች ተጠናክረው ቀጥለዋል።​ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ ለፕሬዝዳንት ኢማኑኤል ማክሮን ያበረከቱት ይህ ልዩ የጥበብ ስራ፣ የሁለቱን ሀገራት የቆየ ወዳጅነትና የባህል ትስስር የሚገልጽ ነው። እንዲህ ያሉ ከፍተኛ የዲፕሎማሲ ግንኙነቶች ለሀገራችን ብልጽግና እና ለጋራ ተጠቃሚነት የሚኖራቸው ሚና የላቀ ነው።





13/04/2026

🇮🇷 የኢራኑ ፕሬዚዳንት ማሱድ ፔዝሽኪያን፡ ዶናልድ ትራምፕ በሊቀ ጳጳሱ ላይ የሰነዘሩትን ስድብ በይፋ አገዙ‼️

“በታላቋ ሀገራችን በኢራን ህዝብ ስም በክቡርነትዎ ላይ የተሰነዘረውን ስድብና ዘለፋ ለማውገዝ እወዳለሁ፡ ከዚህም በተጨማሪ የሰላም እና የወንድማማችነት ነቢይ የሆነውን ኢየሱስን ማዋረድ በየትኛውም ጤነኛ ሰው ዘንድ ተቀባይነት የሌለው ጉዳይ ነው። በኢራን ህዝብ ስም ክብርን እመኝልዎታለሁ” – ማሱድ ፔዝሽኪያን

በርካቶች ይህ ሁኔታ የሚያሳየው፡ ዶናልድ ትራምፕ በገዛ ራሱ ላይ ካቶሊኩን ዓለም እና ሙስሊሙን ዓለም አንድ ሆነው እንዲነሱበት እያደረገ መሆኑን በግልጽ የሚያሳይ እንደሆነ አስተያየታቸውን እየሰጡ ይገኛሉ።

13/04/2026

Iddoowwan Addunyaa Barbaachisoo Afur

1. Iddoo Hormuz
Karaa ijoo boba'aa addunyaa fi meeshaalee barbaachisoo biroo, Iraanii fi Omaan gidduutti argamu.
Iraan dhiheenya kana cuftee addunyaa guutuutti yaaddoo uumeera.

2. Iddoo Baab el-Mandab
Daandiin ijoo Eertiraa fi Yaman gidduu jiru, Eertiraa fi Yaman gidduutti kan argamu, hanga waggoota kurnan muraasa duraatti qaama Itoophiyaa ture.
Itoophiyaan buufata galaanaa irratti himannaa dhiibdee yoo itti fufte, Baab el-Mandab kan keenya jennee himannee madda qabeenya guddaa taasisuuf yeroo dheeraa hin fudhatu.

Yoo dhiphinni kun cufame, meeshaaleen jallisii gara Awurooppaa, Eeshiyaa fi Ameerikaa deeman waan hin jirreef, daandii daldalaa nuti yaadne caalaa addunyaaf barbaachisaa ta’a.

3. Strait of Malacca
Daandii guddaa Chaayinaa addunyaa waliin walqunnamsiisu, Kibba Baha Eeshiyaa keessatti argama.

4. Strait of Jibraltar
Awurooppaa fi Afrikaa gidduutti daandii galaanaa tokkicha ta'ee kan tajaajilu yoo ta'u, Galaana Atlaantiik fi Galaana Meditiraaniyaanii wal qunnamsiisa.

02/04/2026

DUBBII KANA HUBADHAA!
▬▬▬▬▬▬▬▬
◉ ‍Nama cimaa ta'i jechuun hin kufin jechuu miti; kuftee ka'uu danda'uu qabda.

◉ Gammadaa ta'i jechuun hunda qabaadhu jechuu miti; waan qabdutti gammadi jechuu dha malee.

◉ Diina kee jaaladhu jechuun diinni gaarii dha jechuu miti; jibba caalaa jaalalli hunda caala jechuu dha malee.

◉ Dhiifama godhi jechuun hin miidhamne jechuu miti; Garaa keessatti haaloo kaawwachuun rakkina biraa waan qabuuf malee.

◉ Hojii jaaladhu jechuun hojiin ati amma hojjataa jirtu gaarii dha jechuu miti; Boru akka hojiin gaariin si eeggatu hojii har’a hojjataa jirtu jaaladhu jechuu dha malee.

◉ Callisi jechuun hin dubbatin jechuu miti; kan biraas dhaggeeffachuuf gurra kenni jechuu dha malee.

◉ Abbaa garaa hin ta'in jechuun hin nyaatin jechuu miti; Haqa nama biraa hin nyaatin jechuu dha malee.

◉ Hin dallanin jechuun ati miira hin qabdu jechuu miti; dallansuu kee irraa dafii deebi'i jechuudha malee.

warri fuula kanaaf haarawa Taatan follow godhaa

ኢራናውያን በአሁኑ ሰዓት በኑክሌያር ቦምብ💣 እንዳይመረት፣ የኑክሌያር ጦር መሳሪያን ዝውውር ከሚከለክለውና ለተቆጣጣሪ ቡድኑ ትብብር እንዲደረግ ከሚያዘው Nuclear Non-proliferatio...
28/03/2026

ኢራናውያን በአሁኑ ሰዓት በኑክሌያር ቦምብ💣 እንዳይመረት፣ የኑክሌያር ጦር መሳሪያን ዝውውር ከሚከለክለውና ለተቆጣጣሪ ቡድኑ ትብብር እንዲደረግ ከሚያዘው Nuclear Non-proliferation Treaty እራሷን ለማግለል የህዝብ፣ የአመራር እና የፓርላማ ምክክር እያደረገች ትገኛለች።

ለምን ይሆን ብላችሁ አስቡት !?

Amala Namoota of tuultoota👉1. Ofii mul'achuuf si dhoksu.           Ati gaaruu hin dhokattuu isaaniitti fakkaateera malee...
25/07/2025

Amala Namoota of tuultoota
👉1. Ofii mul'achuuf si dhoksu.
Ati gaaruu hin dhokattuu isaaniitti fakkaateera malee
👉2. Ofii mi'aahuuf si hadheessu.
Ati gaaruu yeroo hunda mi'awaadha
👉3. Amanamoo of fakkeessuuf amanamummaa kee mormu.
Ati gaaruu isaan caalaa amanamaadha
👉4. Cimina kee dhoksanii dadhabina kee qofa odeessu.
Isaanuu si caalaa dadhaboodha
👉5. Yeroo si bira jiran si jajanii, duuba kee immoo si hamatu.
Ati immoo waan hamaatamtuun hin qabdu
👉6. Sababa tokko malee si jibbu.
Ati immoo Kan si jaalatu hedduu qabda
👉7. Hammeenya kee qofa ol kaasani odeessu
Ati immoo kan gaarii keetii odeessuu baay'ee qabda .
👉8. Akka nama waan hunda beekuutti of tilmaamuun, ana malee jedhu.
Kan isaan barsiisee dagaataneeran
👉9. Wanta gaarii hojjetan hunda beekamtii argachuuf qofa hojjetu.
Beekamtii kan namaaf kennuu nama ati tajaajiltuu malee nama ati irratti of tuultuu miti
Amala namoota kanaa waaqnii isiiniiraa qabuu abboo!

Oftuuluu dhiifnee wal garggaarree harkaa wal qabannee waliin hojjennee biyya haa ceesifnu.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbichuu Abba mala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share