Shukrii A Aliyyii

Shukrii A Aliyyii Oromummaan maaf yakka tahe yaa waaq?

Eid mubaarak
11/04/2024

Eid mubaarak

Allahu AkubarObboleeyyan keenya maati harka qalleeyyii fi yaataamaf jedhani waadaa nuuf seenan  1  Ameerikaa irraa dabta...
23/09/2023

Allahu Akubar

Obboleeyyan keenya maati harka qalleeyyii fi yaataamaf jedhani waadaa nuuf seenan
1 Ameerikaa irraa dabtara darzaana 20

2 'as jamal France irraa dabtara darzaana 4
3 jamaal Saudi Arabia irraa dabtara darzaana 2 walumagalatti dabtara darzaana 26 maati harka qalleeyyii fi yataamaf jedhee waada isaani guutudhan arjoomani jiran.


Obboleeyyan keenya Rabbiin isinirraa qeebalee, isin haa jaalatu.
Rabbiin isinirraa haa urgeeysu, isin haa mi'eeysu isiinin Jenna.
Galmee warra ol'aanaa keeysaa isni haa yaaman.

Qaabaatanii hin Kennan. Yoo Rabbiin kennuu siif kenne malee.
Waan isin yaaddan tan karaa kheeyrii hunda isiniif haa Kennu.
Aaamiin.

18/09/2023

AS WR WB obboleeyyan kiyya kanneen biyya keessa fi biyya alaa deeggarsa maati harka qalleeyyi fi yataamaf jedhamee Irratti sassaabama jiru kanaan wal qabatee kanneen waadaa seentani waadaa san hin galchiin hatattamaan dafaati nuuf galchaa jechuun waamicha koo kan kabajaa fi jaalala isini godha. Yeroon nu jala gahaa jira. Dafaatin harka koree deegarsaatin gahan isiin jedha. As wr wb.

Mee ilma koo kanaaf du'aa'ii naaf godha ramaadana 29 rabbi ilma na badhaase alhamdulillah
20/04/2023

Mee ilma koo kanaaf du'aa'ii naaf godha ramaadana 29 rabbi ilma na badhaase alhamdulillah

20/04/2023

Eid mubaarak baga eidal fixir isiinin gahe. Warra barana ka bara hedduu nu Haa godhu.

Yaa rabbi inni jiru dhugeessisi ni dandeessa.
09/04/2023

Yaa rabbi inni jiru dhugeessisi ni dandeessa.

Mucaan asii gaditti argitan kun Husseen Ahmayyuu Aliyyi jedhama.jiraata Godina harargee lixaa aanaa daaroo labuu aradda ...
31/03/2023

Mucaan asii gaditti argitan kun Husseen Ahmayyuu Aliyyi jedhama.jiraata Godina harargee lixaa aanaa daaroo labuu aradda harooressa qileeti.erga gaafa guyyaa gurrandhala 11 bara 2015 mana bahe eessa akka jiru maatin hin argine waan ta'eef namni mucaa kana argitan nuuf iyaa'a . Gatii laffaati keessani ni kaffalla.lakk.bilbilaa kanaan nuuf bilbila.

0923945461 ykn 0973034660 nuuf bilbila.

Jirra yaa saba koo akka rabbiif as geenye alhamdulillah
16/05/2022

Jirra yaa saba koo akka rabbiif as geenye alhamdulillah

Address

Mechara
Addis Ababa
TOKKUMMAA

Telephone

+251983880337

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shukrii A Aliyyii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share