Murad_ahmed

09/11/2025

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Huzeyfaa Muktar, Biilaal Alii, Rashaad Mahammad, Shamshuu Saadiq, Mohammad Abrahim Hammade, Iskender Abdosh

Mabruuk mabruk alfa mabruk Bara kallahu lakuma wabarakaa aleey kuma wajamaa'aa beeyna kuma fil kheyrii m sha allaah hora...
25/04/2025

Mabruuk mabruk alfa mabruk
Bara kallahu lakuma wabarakaa aleey kuma wajamaa'aa beeyna kuma fil kheyrii m sha allaah horaa bulaa jamaal fi sabboontuu

18/11/2024

Hiriyyaan gaariin namaa
Yeroo ati of jaallachuu🤺
Dagattu si jaallatuu dha.
🥰🥰🥰🥰

04/05/2024

S a w

S A w
08/04/2024

S A w

As wr wb    jiini ulfaataan kabajamaa fi jaalatamaan ji'a Raamadaanaa Kan seenaa jiru kun dhibee Kee fudhatee yaaddookee...
17/02/2024

As wr wb jiini ulfaataan kabajamaa fi jaalatamaan ji'a Raamadaanaa Kan seenaa jiru kun dhibee Kee fudhatee yaaddookee fe'atee Qormaatakee baatee Gaddakee sassaabbatee galma rakkinakee raasee Kan siif hin malle yaasee Hiyyummaa sirraa kaasee Sirra haa darbu waggaan fuuldurakee jiru Kan dhufu Kan nagaa baatee jaalala hammatee furmaata qabatee siif haa dhufu!! Namoota jaallattuu yoo xiqqaatee 10f share godhi isaan keessa Yoon jiraadhe anaafis qoodi imaanaadha Akka hin nyaanne waadadha akka hin dagannee!!

Address

Hirna
Addis Ababa
MURADOO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Murad_ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Murad_ahmed:

Share