Bittaa fi Gurgurtaa MANAA

Bittaa fi Gurgurtaa MANAA Mana keessan gurgurachuufis ta'e, warri mana hinqabne bitachuudhaaf dhamaatii hindhama'inaa.

Nutuu nama bitatu isiniif fidna, mana barbaaddanis isinitti agarsiifna!

lafa kana bitadhaa karaa gubbaa dha kaaree 500. Bakki labuu dha. Daldalaaf ta'a.
07/11/2022

lafa kana bitadhaa karaa gubbaa dha kaaree 500. Bakki labuu dha. Daldalaaf ta'a.

16/06/2022

Warri muuxannoo FIAS fi HDuhdu qabdan kan caalu kana immoo fayyadamaa.

Land For SALELocation: Filidoro Next to Tawil real state-150m from main road-2.5 km from 18 round squareArea: 140 m² (10...
08/05/2022

Land For SALE
Location: Filidoro Next to Tawil real state
-150m from main road
-2.5 km from 18 round square
Area: 140 m² (10m*14m)
Condition: Oromia civil servants residential area
Cost: 2.9 mil
Real buyer inbox me

31/08/2021

Lafa Km2 170
Bakki -- keellaa eegduu laalaa resort irraa meetrii 100 qofa
gatii -- 550000

10/02/2021

Lafa manaa nootni barbaaddan keessan nu quunnamaa!

04/02/2021

Lafa manaa bakka 10 keellaa irraa
Kaaree 200
gatiin 170,000 hanga 700000tti

03/02/2021

Mana lafa kaaree 105 irratti haala gaariin ijaarrame.
L- Shape.
Kaartaan process irra kanjiru.
Naannoo Dirree kondomiiniyeemii.
Gatiin Qarshii 900000 ( kuma dhibba sagal)

Bittuun keessaan na quunnami.

02/02/2021

Lafa burayyuu keellaa iraa abbaa bitatu.

karaa Asfaaltii irraa 200m fagaata.
karaa keessa isa guddaarra jira.

Bal'inni kaaree meetirii 200
gatii 700, 000 kuma dhibba toorba.
Abbaan bittu keessaan nadubbisi.

29/01/2021

Haala salphaadhaan mana ykn lafa manaaf ta'u yoo bitachuu barbaaddan nuquunnamaa.

29/01/2021

Kaayyoon keenya gatii manaa akkamalee jijijjiiramaa takka gadi bu'aa fi takka olka'aa tasgabbeessuu dha.

29/01/2021

Like fi follow godhaa!

Address

Burraayyuu
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bittaa fi Gurgurtaa MANAA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share