31/08/2022
Jiraattoota Magaalaa Finfinnee fi Naannoo ishee jirtaan hundaaf
Baga Bacaqii gannaa baataanii booqa birraa geessan!
Ayyaanaf dhadhaa qulqulluu ta'ee gatii madaalawaan,dhandhama dhadhaa sirrii ta'een/kan barreen/barbaadduu?
Deebii keessaan eeyyee taanaan dhaabbatni keenya Dhadhaa wallaggaa qabatee isiniif dhiyaateera.Bakkaa jirtan hundatti nii dhiyeessina.Tajaajila Delivery tolaa waliin.
Maarree Maamiltooni baay'een waan fudhachaa jiraniif osoo hin dhumin isinis bilbiluun kan keessan fudhadha.
0931302944
Qulqullina dhadhaa keenya waliin rakkoo mudatu hundaaf itti gaafatamummaa guutuu nii fudhanna.
Oduu Gammachiisaa dabalataan: Dargaggoota dhadhaa baqsuu hin mijanneef ofii keenya baqsinee nii dhiyyeessinaaf.