Adaa Oromo

Adaa Oromo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Adaa Oromo, Shopping & retail, Oromiyaa, Addis Ababa.

27/09/2023

Jimaata galgala eegaa
YAA BAALA FOOXAA

31/05/2023
Albema OROMIYAAAadam MohammadYero dhiyoti
01/05/2023

Albema OROMIYAA
Aadam Mohammad
Yero dhiyoti

24/04/2023

Soon

24/04/2023

Ol ilaalan samiin dha
Samiin nii fagataa
Gadii ilaalan dachiidha
Dachiin nii jabata...!

03/04/2023

Alemayehu Kebede jirma dhiiraati. Weellisaa gameessa sirboota babbareedoo fi ergaa jajjabduu qaban videon waraabee sirna nuuf gumaacha ture. Sirboonni isaa sirna cubbuu wayyaanee balaaleeffachuu fi fincila diddaa gabrummaa keessatti shoora olaana qabu.

Amma gurbaa kanatu haajaa qaba. Ebla 1/8/2015 Hoteela Intarnaashinaala Ililliitti albama muuziqaa jedhu dalagee eebbisisuuf beellama qabatee narraa hin hafinaa jechaa jira.

Irraa hin hafamu. Irraa hin hafinaa.
Etika Teferi
Liberty Mutual Insurance
Artist Galaanaa Gaaromsaa

HAMMACHIISAA ALBEM  soon  kebedeZana GirmaChala Chercher-CCChala Chercher-CCArt Milkii Galatii
01/04/2023

HAMMACHIISAA ALBEM
soon
kebede
Zana Girma
Chala Chercher-CC
Chala Chercher-CC
Art Milkii Galatii

01/04/2023

Akka Enyuu sif ta.u
Malin garaa sii ga.uu !
Chala Chercher-CC
Chala Chercher-CC

01/04/2023

Akaakayyuun taa'eet
Ilmii ilmaa du'aa!?
Sa'a kaleessa dhaletu
Har'a aannan gu'aa..!?
Deessun harma jigaa
Kabajaanshee bu'ee
Ilmishiin abdattutu
Dhabame gad-ba'ee!!
Tisiisatu gooyee
Gaaguratti galaa?
Kannisa balleessee
Damma uumuuf yaalaa?
Ajab raajii baraa
Kolfu moo boo'ukaa!
Rooba waaqaa malee
Yoo buustu bakakkaa!
Ogeessaa hin mullatin Obsuman Abera guddaa sirraa eegna bro
https://www.instagram.com/caalaa_carcar/

www.tiktok.com/

https://youtube.com/

https://www.facebook.com/CaalaaCarcarCC1

Address

Oromiyaa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adaa Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share