Ijoollee Oromo koo

Ijoollee Oromo koo Ijoollee Oromo Koo
(1)

Bu'aan isaa maal fakkaata?Prof. Birhaanuu Negaan, "Walumaa galatti bu'aan bara kanaa qormaata lamaan darban caalaa gaari...
10/09/2024

Bu'aan isaa maal fakkaata?

Prof. Birhaanuu Negaan, "Walumaa galatti bu'aan bara kanaa qormaata lamaan darban caalaa gaariidha" jedhan.
🎉

Saayinsii Umamaan Barattuu Qabxii Olaanaa 575 Galmeessite: Sifeenee TakiluuBarattuu Sifeenee Takiluun Magaalaa Finfinnee...
10/09/2024

Saayinsii Umamaan Barattuu Qabxii Olaanaa 575 Galmeessite: Sifeenee Takiluu

Barattuu Sifeenee Takiluun Magaalaa Finfinneerraa qormaata abiyyaalessaa kutaa 12ffaa 2016 Saayinsii Umamaan 600 keessaa qabxii olaanaa 575 galmeessiteetti.

Siifeeneen barattuu mana barumsaa Kaatolikii Ogziliyeem yoo taatu akka Magaalaa Finfinneetti qabxii 600 keessa 575 galmeessisuun barattuu qabxii olaanaa galmeessiste taateetti.

Sifeeneen akka ibsiteetti yeroo ofii barnootaaf oolchuu, gareen qo’achuu fi deeggarsi maatii ishee fi barsiisotaa milkaa’ina kanarra gaheeraanii.

Karoorrishee 600 keessaa, qabxii 550 fiduu akka ture kan kaaste Siifan, qabxii 575 fiduu isheen hedduu akka gammadde dubbatte.
Maatii isheef mucaa 2ffaa kan taate Sifeeneen, Ogeettii Sirna Nyaataa ta’uu akka feetu himuu ishee AMN gabaaseera.

Akka ibsa Ministeera Barnootaatti naannoo Tigraayitti qabxii 700 keessaa 675 qabxii olaanaa ta’ee galmaa’eera.
AYYANA GARI ISINIF HAA TA'UU❤️💚❤️

09/09/2024

Q
❤️💚❤️

Wallaggaa koo❤️💚❤️
19/06/2024

Wallaggaa koo❤️💚❤️

https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_5782147319 Warri hin hirmaanne dafaa hirmaadhaa waanti kun isin fayyadaa keess...
25/05/2024

https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_5782147319 Warri hin hirmaanne dafaa hirmaadhaa waanti kun isin fayyadaa keessattu dargaggeessi keenya biizinasii Online kana irratti hirmaachuu qaba.
Carraa kanatti fayyadamaa tap gochuun yeroodhan coin walitti qabadhaa ! Linkicha tuqaa star now kan jedhu tuqaa tap tap godhaa
🖕🖕🖕🖕❤️💚❤️

19/05/2024
❤️💚❤️
09/05/2024

❤️💚❤️

GGO😭😭😭😭😭
16/04/2024

GGO😭😭😭😭😭

🤭🤭🤭🤫🤭
02/04/2024

🤭🤭🤭🤫🤭

Address

Addis Ababa
IJOOLLEEOROMOKOO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ijoollee Oromo koo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share